Hammi dhiibbaa dhiigaa dubartootaa kan dhiirotaa caalaa olaanadha – Qorannoo
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) – Dubartoonni dhiirota caalaa dhiibbaa dhiigaaf saaxilamoo ta’uu qorannoon tokko ifoomse.
Qorannoon kana dura taasifame tokko dhiironni dubartoota caalaa…
Waggoottan sadan darbanitti tajaajila fayyaa haadholii fi daa’immaniirratti fooyya’iinsi…
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) – Waggoottan sadan darbanitti tajaajila fayyaa haadholii fi daa'immaniirratti fooyya'iinsi muul'ateera jedhe Ministeerri Fayyaa FDRI.
…
Dhaabbanni Ingiliiz ‘KSJ’ hojjettoota tamboo hin xuuxnef boqonnaa dabalataa kenne
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Ingiliiz ‘KSJ’ jedhamu hojjettoota isaa tamboo hin xuuxnef boqonnaa waggaa dabalataa kan laatu ta’uu beeksise.
Dhaabbatichi qajeelfama haaraa…
Abbaan warraa fi haati warraa hoospitaala Phaawulositti yaala maseenummaa hordofaa turan daa’ima…
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Abbaan warraa fi haati warraa Giddugala Yaala maseenumaa Koollejjii Yaala Miliniyeemii Hoospitaala Qiddus Phaawulositti yaala maseeenumaa hordofaa turan…
Buna dhuguun ulfaatina qaama ni hir’isa- Qoranno
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) – Guyyaatti buna siinii afur dhuguun ulfaatina qaama hir’isuuf akka gargaaruu qorannoon takka ibseera.
Guyyaatti buna siinii afur dhuguun cooma qaama…
Yuunvarsiitiin Haramaayaa ogeeyyii yaalaa 239, Yuunvarsiitiin Maqalee ammoo 397 ebbisiise
Finfinnee, Amajjii 2,2012(FBC)- Yuunvarsiitiin Haramaayaa ogeeyyii yaalaa 239, Yuunvarsiitin Maqalee ammoo 397 ebbisiisera.
Yuunvarsiitin Maqalee barattoota ogummaa…
Ameerikaatti dhugaatin alkoolii du’a dachaadhan dabaleera – qorannoo
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Ameerikaatti dhugaatii alkoolii waliin gosoonni du'aa hidhata qaban dachaan dabaleera jedhe qorannaan tokko.
Barruun Ameerikaa qoranichaa qabatee ba’e…
Muuziqaa dhaggeeffachaa sosochii qaamaa taasiisuun bu’aa qabeessa ta’uuf ni gargaara- qorannoo
Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Muuziqaan sosochii qaamaa taasisuun bu’aa qabeessa ta’uuf akka gargaaruu qorannoon tokkoo ifoomseera.
Qorannoo Biriitaaniyaatti taasiifameen muuziqaa…
Demokiraatiik Rippabiliik Koongootti weerara gifiraan lubbuun namoota kuma 6 ol darbe
Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) - Demokiraatiik Rippabiliik Koongootti weerara gifiraan lubbuun namoota kuma 6 ol darbu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksise.
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa…
Mankuusaan qabbaneessaa qorichaa eebbifame
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Eejansiin Dhiyeessii Qoricha Ityoophiyaa mankuusaa qabbaneessaa qorichaa ijaarsisaa ture ebbisiise.
Mankuusaan qabbaneessaa qorichaa kun qorichoonni…