Chaayinaan guyyoota 6 keessaatti Hospitaala sadarkaa eeggate ijaaruufi
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) - Chaayinaan bulchiinsa Wiihaanitti guyyoota 6 keessaatti Hospitaala sadarkaa eeggate ijaartee xumuruuf akka ta’e beeksiifte.
…
Deeggartoonni kubbaa miilaa dhipphina cimaaf akka saaxilaman ibsame
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Deeggartoonni kubbaa miilaa dhiphina cimaaf akka saaxilaman ibsame.
Qorannoon tokko akka ibsutti deeggartootni miira guddaa keessa galuun yeroo gareen…
Vaayrasii koroonaa fi mallattoolee isaa
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) -Vaayrasii koroonaa fi mallattoolee isaa.
Vaayrasiin koroonaa maalidha?
Akka ibsa Dhaabbata Faayyaa Addunyaatti vaayrasiin koroonaa vaayirasii bifa…
Hawasni dhiiga arjoomuun lubbuu akka baraaran gaafatame
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Hawasni dhiiga arjoomun lubbuu baraaruun ga’eesa akka ba’atu Tajaajjilli Baankii Dhiigaa Biyyoolessaa beeksise.
Tajaajjilli Baankii Dhiigaa…
Maddi Vaayirasii Kooroonaa Bofa ta’uu danda’a jedhame
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Maddi Vaayirasii Kooroonaa gosa Bofaa ‘Kireet’ fi ‘Koobraa’ jedhaman ta’uu akka danda’u ibsame.
Maddi vaayirasii haaraa qaama hargansuu namaa miidhuun…
Argannoo haaraa gosa kaansarii hunda yaaluu dandeessisu
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Qorannoo haaraan gosa kaansarii hunda yaaluu dandeessisu ifoome.
Sirna dhibee ofirraa ittisuu qaama namaa dabaluurratti qorannoon argame gosa kaansarii…
Vaayrasiin Chaayinaatti mul’ate caalmaatti biyyoota garagaraatti babaldhachuu akka danda’u ibsame
Finfinne, Amajjii 13, 2012 (FBC)- Vaayrasiin Chaayinaatti mul’ate caalmaatti biyyoota garagaraatti babaldhachuu akka danda’u ibsameera.
Yeroo dhiyoo as vaayrasii haaraa Chaayinaa…
Chaayinaa keessatti vaayrasii haaraa mul’ateen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) - Chaayinaa keessatti vaayrasii haaraa mul’ateen lubbuun namoota 4 darbe.
Vaayrasiin 'Koronaavaayiras' jedhamuu yeroo jalqabaaf Chaayinaa keessatti…
Hospitaalli yaala haadholii fi daa’immannii eebbifame
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Koolleejjiin Meedikaalaa Barkumee Hospitaala Qidduus Phaawuloos Hoospitaala yaala haadholii fi daa’immanii Birrii miiliyoon dhibba 4 fi miiliyoona 50…
Daa’imman geemiirraa fageessun guddina sammuusaaniif faayidaa olaanaa qaba – Qorannoo
Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) – Daa’imman taphootarraa (geemiirraa) fageessun guddina sammuusaaniif faayidaa olaanaa qabachuu qorannoon tokko ifoomse.
Daa’imman umuriin isaani hanga…