Sababii kittaannaa shamarraniitin Doolaarri biiliyoonni 1.4 waggaa waggaadhan baasii ta’aa…
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) -Sababii kittaannaa shamarraniitin Doolaarri biiliyoonni 1.4 waggaa waggaadhan baasii ta'aa jira.
Barmaatileen miidhaa qaqqabsiisan rakkoo fayyaa fi…
Chaayinaa Wuhaanii, Finfinnee kan galan wiirtuu tursaa akka seenan murtaa’e
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Chaayinaa bulchiinsa Wuhaanii imaltoonni Finfinnee galan hundi wiirtuu tursaa akka seenan murtaa'e.
Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa akka…
Doonii namoota kuma 3 fi 700 qabatterratti namoonni 41 vaayrasii koroonaan qabamanii argaman
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Namoota qarqara galoo galaana Jaappaanitti dooniirraa bu’an keessaa 41 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru.
Dooniin Diyaamand Priins jedhamu namota…
Miidhaa dhugaatiin alkoolii qaama namaarran ga’u
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 – Miidhaa dhugaatiin alkoolii qaama namaarran ga’u
Alkoolii dhuguun dhiibee gara garaatiif nama saaxiluun jireenya namaa miidhuu irratti argama.
Miidhaa…
Ityoophiyaatti namoonni arfan Vaayirasii Koroonaan shakkaman bilisa ta’uun mirkanaa’e
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Yeroo 2ffaaf lammiileen Ityoophiyaa sadii fi laammiin Chaayinaa 1 Vaayirasii Koroonaan shakkaman bilisa ta’uun mirkanaa’e.
Lammiilee…
Vaayrasii koroonaa ittisuuf meeshaaleen yaalaaf oolan raabsamaa jiru
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf meeshaaleen yaalaaf oolan raabsamaa jiru.
Vaayrasii koroonaa duursanii ittisuuf meeshaaleen yaalaa gargaaran…
Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf imala gara Chaayinaa dhaabuun sirrii akka hin taane Dhaabbanni…
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf imala gara Chaayinaatti taasifamu dhaabuun sirrii akka hin taane Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksise.
…
Yeroo da’umsaatti du’aatii haadholii hambisuuf qindoominaan hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Yeroo da’umsaa du’aatii haadholii mudatu hambisuuf qindoominaan hojjetamuu akka qabu ibsameera.
Naannoo Gaambeellaatti da’umsaan walqabatee…
Godina Jimmaa hoospitaala Saqqaatti haati tokko daa’ima miila afuur qabu deesse
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) - Godina Jimmaa hoospitaala Saqqaatti haati tokko daa’ima miila afuur qabu nagaan deesse.
Jiraattu magaalaa Finfinnee kan taate Gannat Fissahaa…
Vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’achuuf Chaayinaan Ityoophiyaa waliin walitti dhiyeenyan…
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuu fi to'achuuf Chaayinaan Ityoophiyaa waliin walitti dhiyeenyan hojjechaa jiraachuu beeksiste.
Ityoophiyaatti…