Weerara Dhibeewwan akka biyyaatti muudatan too’achuuf Sirna Fayyaa Cimaa Ijaaruun…
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Weerara Dhibeewwan akka biyyaatti muudatan too'achuuf sirna Fayyaa cimaa Ijaaruun barbaachisaa ta'uu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas…
Ragaa qulqulluun murtoo sirrii fi kenniinsa tajaajila fayyaa fooyya’aaf murteessadha -Dooktar…
Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) –Ragaa qulqulluun murtoo sirrii fi kenniinsa tajaajila fayyaa fooyya’aaf murteessaa ta’uu Hogganaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dooktar Mangistuu Baqqalaan ibsan.…
Bobbii hojii fi ijaarsa dandeettii ogummaa Ogeeyyii Fayyaa guddisuuf mari’atame
Finfinnee, Ebla 20, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqidas Dhaabbaan bobbii hojii fi ijaarsa dandeettii ogummaa Ogeeyyii fayyaa guddisuuf Ministira Ministeera Hojii fi…
Komishiniin Gamtaa Awurooppaa damee fayyaaf deeggarsa taasisu cimee akka itti fufu ibse
Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Itiyoophiyaattii sirna fayyaa hinraafamne dhugoomsuu fi waliingahiinsa fayyaa hundagaleessa fooyyessuuf deeggarsa barbaachisaa akka taasisu Komiishiniin…
Jilli Obbo Abdulhaakiim Muluun durfamu Asallaatti hojiilee misooma fayyaa daawwate
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Jilli Sadarkaa Pireezidaantii Ittaanaatti Qindeessaa Kilaastara Hawaasummaa Oromiyaa Obbo Abdulhaakiim Muluun durfamu Asallaatti hojiilee misooma fayyaa…
Jarman Hospitaaloota 8f deeggarsa meeshaalee Yuuroo miiliyoona 3.6 baasu taasiifte
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Mootummaan Jarman gama Baankii Misoomaa biyyattiin Hospitaaloota 8f deeggarsa meeshaalee Yuuroo miiliyoona 3.6 baasu taasiifteerti.
Deeggarsichi…
Oromiyaatti guyyaan dhibee TB kabajame
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) - Oromiyaatti guyyaan dhibee TB Magaalaa Shaashamanneettu kabajameera.
Biiroon Fayyaa Oromiyaa Guyyaa TB (Dhibee Sombaa) Addunyaa mata durwe ''Eeyyeen TB…
Qabiyyee fi Faayidaa Killee
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC) – Killeen nyaata qabiyyee nyaataa hedduu of keessaa qabuu fi baayyee fayyaaf gaarii ta’an keessaa isa tokkoodha.
Qabiyyee
Killeen…
Jilli Dooktar Maqdaasiin durfamu Maqaleetti Hoospitaalaa Ayidarii daawwate
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC) - Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdaas Dhaabaa fi Qoondaltoota olaanoo Mootummaan durfamu Maqaleetti Hoospitalaa Rifeeraalaa Ayideer fi Warshaa…
Jilli Dooktar Maqdasiin durfamu Hospitaala Bishooftuu daawwate
Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan durfamu Hospitaala waliigalaa Bishooftuu daawwateera.
Ministir Deetaa…