Uwwisa fayyaa haadholii, Daa’immanii fi Guddattootaarratti bu’aa jajjabeessan argame – Dooktar…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Uwwisa fayyaa haadholii, Daa’immanii fi Guddattootaarratti bu’aa jajjabeessan argamuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan…
Hojiirra oolmaa imaammata misooma fayyaa keessatti waldaaleen ogeeyyi fayyaa gahee isaanii bahachuu…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Pireezidaantoota Waldaalee Ogeeyii Fayyaa waliin mari’ataniiru.
Ministeerri…
Sirna nyaataa fi karoora nyaataarratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Mootummaan Itiyoophiyaa fi dhaabbileen deeggartootaa Sirna nyaataa fi karoora nyaataa Itiyoophiyaarratti marii gaggeessaniiru.
Hojmaataa…
Namichi yeroo jalqabaaf kaleen booyyee jijjiirameef ji’a lamaan booda lubbuun darbuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Namni maqaan isaa Richaard Riik Silaayimaan jedhamu Wal'aansa Baqaqsanii yaaluun kaleen booyyee jijjiirameefi ji’a lamaan booda lubbuun darbuu…
Dhaabbileen tumsitootaa sagantaa isaanii karoora Ministeera Fayyaa waliin walsimsisuun hojiirra akka…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Dhaabbileen tumsitootaa sagantaa isaanii karoora Ministeera Fayyaa waliin walsimsisuun hojiirra akka olchaan Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas…
Facaatiifi tatamsa’inni vaayirasii HIV/AIDS hir’achaa jiraatus ammas xiyyeeffannaa barbaada –…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa karoora raawwii qorannoo HIV/AIDS godinaalee fi magaalota Oromiyaa baatiwwan saglan darbanii qorachaa ture xumureera.…
Biirichi gamaaggama raawwii Baatiwwan sagalii Magaalaa Adaamaatti gaggeessuu eegale
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa gamaaggama raawwii baatiwwan sagalii Magaalaa Adaamaatti gaggeessuu eegaleera.
Biirichi qorannoo dhibee HIV/ AIDS irratti…
Ministeerichi sadarkaa biyyaatti duula qulqullina naannoo ‘Dhaabbilee Fayyaa qulqulluu’ eegalchiise
Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Ministeerri Fayyaa sadarkaa biyyaatti duula qulqullina naannoo ‘Itiyoophiyaa qulqulluu’ mata duree’ Itiyoophiyaa Qulqulluu, dhaabbilee fayyaa qulqulluu,…
Oromiyaatti namoonni miiliyoonni 1 ol tajaajila yaala dhibee Busaa argatan
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Oromiyaatti namoonni miiliyoonni 1 ol tajaajila yaala dhibee Busaa argachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise.
Sagantaan cufiinsa Duula hojii…
Piroojektiin Fedhii fayyaa hawaasa Horsiisee bulaaf deebii kennu ifoome
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Piroojektiin Fedhii fayyaa hawaasa Horsiisee bulaaf deebii kennu Doolaara miiliyoona 35n waggoota 5f hojiirra oolu ifoomeera.
Horsiisee Bultoota Aanaalee…