Ministeerichi Duula Talaallii guyyoota 10’f turu ifoomse
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Ministeerri Fayyaa duula talaallii Daa'immanii guyyoottan 10’f turu ifoomseera.
Duula kanaan daa’imman talaallii eegalanii addaan kutanii fi hin…
Baakteriyaa Garaachaa
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Baakteriyaan Garaachaa uummata addunyaa harka % 50 ol keessatti argama.
Namni baakteriyaan kun keessatti argamu yeroo baay'ee mallaattoo hin…
Godina Jimmaatti aanaaleen hojii fayyaan fakkeenya ta’an daawwataman
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Godinichatti gaggeessitootniifi ogeeyyiin fayyaa godinaalee 21, aanaalee godina Jimmaa fakkeenya ta'an 2 daawwataniiru.
Godina Jimmaatti hojii…
Ministeerri Fayyaa Fandii Giloobaalii waliin waliigaltee deeggarsa Birrii biiliyoona 25 mallatteesse
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Ministeerri Fayyaa Fandii Giloobaalii waliin dhibeewwan TB, HIV fi Busaa ittisuuf kan oolu waliigaltee deeggarsa Birrii biiliyoona 25 mallatteesseera.…
Galteewwan wal’aansaa fi qorichaaleen %36 ta’an oomisha biyya keessaan bakka buufamuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti yeroo ammaa galteewwan wal’aansaa fi qorichaaleen %36 ta’an oomisha biyya keessaan bakka buufamuu Ministirri Ministeeraa Fayyaa Dooktar…
Guyyaan Arjoomtota Dhiigaa 20ffaan Jimmaatti kabajame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Guyyaan arjoomtoota dhiigaa dhiigaa akka addunyaatti yeroo 20ffaaf Magaalaa Jimmaaatti kabajameera.
Waggootan 20’n hammii arjoomtoota dhiigaa dabaluus…
Giddugaloota fayyaa kuma 2 ol ijaaruuf waliigalteen mallatteeffame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa naannawaa garaagaraatti giddugaltoota fayyaa kuma 2 ol ijaaruuf dhaabbilee afur gidduutti waliigalteen mallatteeffame.
Dhaabbileen…
Piroojektii uwwisa talaallii daa’immaan Itiyoophiyaaf deeggarsi Doolaara miiliyoona 45 taasiifame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Piroojektii uwwisa talaallii daa’immaan Itiyoophiyaaf deeggarsi Doolaara miiliyoona 45 taasiifamuu ibsameera.
Sagantaa jalqabsiisa…
Dhukkuba Busaa fi Tooftaalee Ittisaa isaa
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Dhukkubni Busaa dhukkuba bookee busaatin daddarbu yoo ta’u, yeroodhaan wal'aansa yoo hinargatin miidhaa cimaa kan qaqqabsiisudha.
Mallattoolee dhukkuba…
Hawaasaatti pirojektoonni fayyaa Birrii Biiliyoona 1’n ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)-Pirojektoonni Fayyaa Birrii Biiliyoona 1n Hawaasaatti ijaaraman eebbifamaniiru.
Pirojektooni kunneennis Manneen qorichaa Ummataa, giddugala wal’aansa…