Ityoophiyaatti lammiilee miiliyoona 22f talaallii Ittisa vaayrasii koroonaa laachuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC) - Bara kana hanga walakkaa waggaatti lammiilee miiliyoona 22f talaallii Ittisa vaayrasii koroonaa laachuuf hojjetamaa jiraachuu Inistiityuutiin Fayyaa…
Naannoo Amaaraa Godinaalee 4 keessatti dhibeen Pooliyoo muul’ate
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godinaalee 4 keessatti dhibeen Laamshessaa daa’immanii muul’achuu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa naannichaa beeksiise.…
Duulli Talaallii Pooliyoo Biyyaalessaa iddoolee garaagaraatti eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Duulli Talaallii Pooliyoo Biyyaalessaa naannoo Hararii fi Magaalaa Dirree Dawaatti eegalame.
Duulli har’aa eegaluun hanga…
Ministeerri fayyaa Godina Geedi’ootti Duula Talaallii Pooliyoo eegalchiise
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Ministiri Deettaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaa Godina Geedi’oo Magaalaa Diillaatti Duula Talaallii Pooliyoo Biyyaalessaa ifatti…
Magaalichatti lammiileen kumni dhibbi 3 ol talaallii covid-19 marsaa 2ffaa fudhachuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti lammiileen kumni dhibbi 3 kumni 66 fi 737 talaallii vaayrasii koroonaa marsaa 2ffaa fudhachuu Biiroon Eegumasa Fayyaa…
Jilli Dooktar Liyaa Taaddasaatin durfamu hospitaalootaa fi buufatalee fayyaa naannoo Affaaritti…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaatin durfamu hospitaalootaa fi buufatalee fayyaa naannoo Affaaritti garee shororkeessaa…
Naannoo Oromiyaatti duulli talaallii Pooliyoo marsaa jalqabaa Onkoloolessa 12 irraa eegale ni…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti duulli talaallii Pooliyoo marsaa jalqabaa Onkoloolessa 12 hanag 15, 2014tti kan laatamuu ta’u Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa…
Ityoophiyaatti namoota Vaayrasii HIVn qabaman keessaa % 67 dargaggoota ta’uu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 09, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti waggaa waggaan namoota namoota Vaayrasii HIVn qabaman kuma 11 fi 711 keessaa % 67 dargaggoota ta’uu waajjirri To’annoo fi Ittisa HIV…
Afrikaatti lakkoofsi namoota Vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 8. 42 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Afrikaatti lakkoofsi namoota Vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 8 fi kuma dhibba 4 kuma 26 ol ta’uu Giddugalli To’annoo fi Ittisa Dhibee…
Hospitaalli Riferaalaa Yuunvarsiitii Jigjigaa tajaajila wal’aansaa kennu guddisaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2014 (FBC) –Hospitaalli Riferaalaa Yuunvarsiitii Jigjigaa tajaajila wal’aansaa yaakennu guddisaa jiraachuu ibsameera.
Hospitaalichi…