Magaalaa Shashamanneetti Proojektiin Talaallii Koleeraa lammiilee kuma dhibba 1 ol fayyadamoo…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Shaashamanneef naannawaa isheetti proojektiin talaallii koleeraa lammiilee kuma dhibba 1 ol fayyadamoo taasiisu ifoomeera.…
Guyyaa har’a guutuu Oromiyaatti talaallii vaayrasii koroonaa laatamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC) –Naannoo Oromiyaa hundatti talaallii vaayrasii koroonaa laatamuu eegaluu ibsameera.
Naannichatti Sadaasa 13 hanga 22, 2014tti lammiileen miiliyoonni 2.6…
Naannoo Kibbaatti talaalliin Covid – 19 marsaan jalqabaa har’a ni eegala
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Naannoo Kibbaatti talaalliin Covid - 19 marsaan jalqabaa har'a kan eegalu ta'uu Biiroon Eeggumsa Fayyaa naannichaa beeksiise.
Har'aa eegalee namoota…
Talaalliin vaayrasii koroonaa Faayzar namoota umriin isaanii waggaa 12 fi isaa ol ta’eef laatamuu…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC)- Talaalliin vaayrasii koroonaa Faayzar namoota umriin isaanii waggaa 12 fi isaa ol ta’eef laatamuu eegaluufi jedhameera.
Ministirri Ministeera Fayyaa…
Magaalichatti har’arraa eegalee talaalliin vaayrasii koroonaa bifa duulaatiin ni laatama
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti har’arraa eegalee talaalliin vaayrasii koroonaa bifa duulaatiin kan laatamu ta’uu Biiroon Fayyaa Magaalichaa ibseera.
Namoonni…
Naannoo Uummattoota Kibbaatti lammiilee miiliyoona 1.5’f talaalliin Covid-19 kennamufi jedhame
Finfinnee, Sadaasa19, 2014 (FBC)- Naannoo Uuummattoota Kibbaatti sadaasa 10 hanag 19, 2014tti lammiilee Miiliyoona 5 fi kuma dhibba 5 oliif talaalliin Vaayrasii Koroonaa kan…
Biirichi guyyoota 10 keessaatti lammiilee miiliyoona 2.6’f talaallii covid-19 laachuuf qophii ta’u…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa guyyoota 10 keessaatti lammiilee miiliyoona 2.6’f talaallii vaayrasii koroonaa laachuuf qophii ta’u ibseera.
Kanaafis…
Bulchiinsi magaalichaa Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Kompiriiheensiivii Raayyaa ittisaaf deeggarsa…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) –Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Kompiriiheensiivii Raayyaa ittisaaf deeggarsa meeshaalee yaalaa Birrii miiliyoona 15tti…
Koolleejjiin Fayyaa Harar barattoota 846 eebbisiise
Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Koolleejjiin Fayyaa Harar barattoota dhibba 8 fi 46 guyyaa har’aa eebbisiiseera.
Koolleejjichi hojii ogeeyyii fayyaa ga’umsa qaban oomishuuf…
Damee barnootaa talaallii Covid -19 waliin ga’uuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) - Damee barnootaa talaallii Covid -19 waliin ga’uuf haala dandeessisuurratti qaamolee dhimmi ilaallatu waliin mari’atameera.
Weerara vaayrasii…