Faransaay Ityoophiyaaf deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa doozii miiliyoona 6.7 taasifte
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC)- Faransaay Ityoophiyaaf deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa doozii miiliyoona 6.7 taasifteetti.
Biyyattin deeggarsichas karaa Koovaax laachuu ishee…
Ameerikaan Ityoophiyaaf talaallii vaayrasii koroonaa doozii miiliyoona 1.6 ol deeggarsa taasifte
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Ameerikaan Ityoophiyaaf talaallii vaayrasii koroonaa Faayzar jedhamu doozii miiliyoona 1fi kuma dhibba 6 fi kuma 80 fi 120 deeggarsa taasifte…
Sadarkaa biyyoolessaatti lammiileen miiliyoonni 40 fayyadamoo tajaajila inshuraansii fayyaa ta’an…
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Sadarkaa biyyoolessaatti lammiileen miiliyoonni 40 fayyadamoo tajaajila inshuraansii fayyaa ta’uusaanii Tajaajilli Inshuraansii Fayyaa Ityoophiyaa ibseera.…
Naannoo Afaaritti dhaabbileen fayyaa hawaasa miiliyoona walakkaa ol tajaajilaa turan barbadaa’uu…
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) – Naannoo Afaaritti dhaabbileen Fayyaa hawaasa miiliyoona walakkaa ol tajaajilaa turan barbadaa’uu Biiroon Eeggumsa Fayyaa naannichaa beeksiise.…
Bakkeewwan hongeen mudatetti weerarri dhibeewwanii akka hin muddanne hojjetamaa jira- Ministeera…
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Bakkeewwan hongeen mudatetti weerarri dhibeewwanii akka hin muddanne hojjetamaa jiraachuu Ministeera Fayyaa beeksise.
Rakkoo nyaataa fi bishaanii…
Hospitaalli Waliigalaa Kamisee tajaajila guutuu laachuu eegale
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Hospitaalli Waliigalaa Kamisee gareen shororkeessaa ABUTtiin barbadaa’ee ture irra deebiin tajaajila guutuu laachuu eegaluu ibsameera.…
Du’aatii haadholii dhangala’uu dhiigaatin dhufuu hambisuuf qooda fudhattoonni ga’ee…
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)-Du'aatii haadhoolii sababa dhangala'uu dhiigaa da’umsaan booda uumamuun gahu ittisuuf qooda fudhattoonni gaheerraa eegamuu bahuu akka qaban dhaamameera.…
Biiroon Fayyaa Oromiyaa gamaaggama kurmaana 2ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC)- Biiroon Fayyaa Oromiyaa gamaaggama kurmaana 2ffaa gaggeessaa jira.
Biirichi sagantaa ‘Primary health care Alliance for Quality fi PHCU’ magaalota…
Yuunvarsiitiin Haramayaa jiraattoota naannoo Hararii abbootii warraa kuma 3 fi 500 fayyadamoo kan…
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitiin Haramayaa jiraattoota naannoo Hararii abbootii warraa kuma 3 fi 500 fayyadamoo kan taasiisu tajaajila Inshuraansii Fayyaa deeggarsa…
Dhaabbileen Fayyaa miidhaman tajaajila akka eegalan proojektiin Birrii miiliyoona 43 qophaa’e
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraa, Afaarii fi Beenishaanguul Gumzutti dhaabbilee Fayyaa miidhaman tajaajila eegalchiisuuf proojektiin Birrii miiliyoona 43…