Dhaabbanni Samaaritaans Paars Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee fayyaa taasise
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Dhaabbanni deeggarsa idil addunyaa Samaaritaans Paars jedhamu Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee fayyaa taasiseera.
Ministirri Ministeera Fayyaa…
Naannoo Afaaritti talaalliin ittisa vaayrasii koroonaa marsaa 2ffaan eegalame
Finfinnee,Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Naannoo Afaaritti talaalliin ittisa vaayrasii koroonaa marsaa 2ffaan sadarkaa naannootti eegalame.
Walakkaa waggaa bara darberraa eegalee…
Namni kamiyyuu talaallii Vaayrasii Koronaa fudhachuu qaba – Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa namni umriin isaa waggaa 12 ol ta'e kamiiyyuu talaallii Covid -19 fudhachuu akka qabu hubachiise.…
Naannoo Gambeellaatti sagantaan foyya’iinsa fayyaa haadholii fi daa’immanii Gamtaa Awurooppaan…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Naannoo Gambeellaatti sagantaan foyya’iinsa fayyaa haadholii fi daa’immanii deeggarsa Maallaqa Gamtaa Awurooppaan hojiirra oolu ifatti eegalame…
Lammiilee waraanaan miidhamaniif deeggarsi xiinsammuu taasifamu cimee kan itti fufu ta’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Lammiilee waraanaan miidhamaniif deeggarsi xiinsammuu taasifamaa jiru cimee kan itti fufu ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Gareen shororkeessaa…
Duulli Talaallii Vaayrasii Koroonaa biyyaalessaa marsaa 2ffaan eegalamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Duulli Talaallii Vaayrasii Koroonaa biyyaalessaa marsaa 2ffaan guyyaa har’aa irraa eegalee torbanoota lamaaf kan gaggeeffamu ta’uu Ministirri…
Qorichoonni yeroon tajaajila isaanii irra darbe gara giddu gala biyyaa seenuuf ture to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Qorichoonni yeroon tajaajila isaanii irra darbee fi eeyyama mirkaneessa qulqullinaa hin qabne gara giddu gala biyyaa seenuuf ture to'atamuu Poolisiin…
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa dhiyeessii qorichaa fi meeshaalee yaala fayyaa meetirik toonii 10…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa dhiyeessii qorichaa fi meeshaalee yaala fayyaa jalqabaa meetirik toonii 10 naannoo Tigraay magaalaa Maqaleen ga’uu ibse.…
Maagaalichatti ogeeyyiin fayyaa Gurraandhala 1 irraa eegalee leenjii gabbina ogummaa fudhachuu qabu…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Maagaalaa Finfinneetti ogeeyyiin fayyaa Gurraandhala 1 irraa eegalee leenjii gabbina ogummaa fudhachuu akka qaban Abbaan Taayitaa Bulchiinsa To’annoo…
Diyaaspooronni deeggarsa meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 8 olitti shallagamu taasisan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2014 (FBC)- Waamicha biyyaa fudhachuun diyaaspooronni gara biyyaa dhufan dhaabbilee fayyaa naannolee Amaaraa fi Afaaritti miidhaman deebisanii dhaabuuf deeggarsa…