Rakkoolee dhaabbiilee fayyaa keessatti mul’atan dhaabbiilee deeggarsaa hirmaachisuun hiikuuf…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC)- Rakkoolee dhaabbiilee fayyaa keessatti mul'atan dhaabbiilee deeggarsaa hirmaachisuun hiikuuf kan hojjetamu ta’uu Ministirri Minsteera Fayyaa Dooktar…
Godina Jimmaa aanaa Saqqaa Coqorsaatti sagantaan ekisteenshinii fayyaa dhaloota 2ffaan eegale
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan godina Jimmaa aanaa Saqqaa Coqorsaatti argamuun sagantaa ekisteenshinii fayyaa dhaloota…
Jilli Dooktar Liyaa Taaddasaatin durfamu magaalaa Jimmaa gale
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) –Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaatin durfamu magaalaa Jimmaa galeera.
Jilichi sagantaa keellaa fayyaa dhaloota 2ffaa akka…
Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Vaayraasiin Rootaa muudachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaangul Gumuz aanaa Sharqoollee fi Magaalaa Asoosaatti Vaayraasiin Rootaa muudachuu Biiroon Fayyaa Naannichaa beeksiiseera.…
Magaalaa Dirree Dawaatti baasii Birrii miiliyoona 5.5 giddugalli kalee dhiquu ijaaramuufi
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Magaalaa Dirree Dawaatti baasii Birrii miiliyoona 5 fi kuma dhibba 5 giddugalli kalee dhiquu ijaaramuuf ta’uu ibsame.
Giddugalichi hospitaala…
Godina Geediyootti ogeeyyiin Fayyaa deessuu qaroo dhabeeyyii tokko miidhaan hojiirraa ittifaman
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibbaa Godina Geediyootti ogeeyyiin yaala Fayyaa deessuu qaroo dhabeeyyii tokko miidhaan hojiirraa ittifamuu ibsame.…
Preezdaant Awwal Arbaan hospitaala Duubtiitti maashinii oksijiinii oomishu hojii eegalchiisan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Afaar obbo Awwal Arbaan hospitaala Duubtiitti maashinii oksijiinii oomishu eebbisiisuun hojii eegalchiisaniiru.
Sirna eebba…
Ameerikaan talaallii vaayrasii koroonaa doozii kuma 800 Ityoophiyaaf gumaachite
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Ameerikaan talaallii vaayrasii koroonaa doozii kuma 800 Ityoophiyaaf gumaachiiteetti.
Deeggarsichi Ameerikaan sadarkaa idil addunyaatti weerara…
Duulli qorannoo dhibee sombaa eegalamuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Guyyaa dhibee sombaa idil addunyaa Bitootessa 15kabajamu sababeeffachuun duulli qorannoo dhibee sombaa eegalamuu ibsameera.
Duulichi guyyaa har’aa…
Yuunvarsiitiin Wallaggaa duula arjoommi dhiiga eegalchiise
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Wallaggaa hawaasa fi barattoota yuunvarsiiichaatin duula arjoommi dhiiga torban tokkof turu eegalchiiseera.
Duulli kun lubbuu…