Ityoophiyaan miseensa bakka buutuu Boordii hojii raawwachiiftuu Dhaabbata Fayyaa Addunyaa…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2014 (FBC) - Yaa'ii Waliigalaa dhaabbata Fayyaa Addunyaa 75ffaa Siwiizarlaand Jeneevaatti gaggeeffamaa jiruun Ityoophiyaan miseensa bakka buutuu Boordii hojii…
Imaammata dhibee ittisuu fi fayyummaa mirkaneessuu bu’uureffate hojiirra oolchuun bu’aa jajjabeessan…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan imaammata dhibee ittisuu fi fayyummaa mirkaneessuu bu’uureffate hojiirra oolchaa jiraachuun dhibeewwan ittisuu fi to’achuurratti bu’aa…
Dooktar Liyaan gita isaanii Noorwey waliin fayyaa fi odeeffannoo fayyaa teekinooloojiin utubuurratti…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa, gita isaanii Noorwey Ingiviildi Jarkaal waliin fayyaa fi sirna odeeffannoo fayyaa teekinooloojiin…
Hospitaalota filataman 36tti hojmaanni rakkoolee furan haaraan hojiirraa ooluufi
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Sadarkaa biyyaalessaatti Hospitaalota 36tti hojmaata rakkoolee furan haaraan hojiirra ooluuf ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise.…
Dhibeen Maariyyee Jaldeessaa gara Ityoophiyaa akka hin seenneef hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Biyyoota tokko tokko keessatti mul'achaa kan jiru Dhibeen Maariyyee Jaldeessaa gara Ityoophiyaa akka hin seenneef hojiin ittisaa hojjetamaa jiraachuu…
Ministeerichi bara 2030tti rakkoo quucaruu daa’immanii dhabamsiisuuf hojjechaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Rakkoo quucaruu daa'immanii bara 2030tti dhabamsiisuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.
Waliigaltee…
Dooktar Liyaa Taaddaasaatiin durfamu yaa’ii fayyaa addunyaarratti hirmaachaa jiraachuun himame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Vaayrasiin Koroonaa erga mudatee as yaa’iin fayyaa yeroo jalqabaaf Caamsaa 14, 2014 Siwiizarlaandi Jeneevaatti eegalameera.
“Nageenya…
Maashiniin saamuda qorannoof biyyaa alaatti ergamu ni hambisaan abdatame Yuunvarsiitii Jimmaatti…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Saamuda qorannoof gara biyyaa alaatti ergaman kan hambisu maashiniin laaboraatoorii Wiirtuu Fayyaa Yuunivarsitii Jimmaatti dhaabame.…
Dhibeen Maariyyee jedhamu Jaldeessarraa namatti darbu biyyoota Awurooppatti babal’achaa dhufuu…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Dhibeen Maariyyee jedhamu Jaldeessarraa namatti darbu biyyoota Awurooppatti babal’achaa dhufuu Dhabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiise.
Hanga…
Dooktar Liyaan Sagantaa Nyaataa Addunyaatti daayrektara Ityoophiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Sagantaa Nyaataa Addunyaatti daayrektara haaraa Ityoophiyaa Kaalawudee Jiibidaar waliin…