Pirojektiin ashaboo nyaataa Foolik Asiidii fi Ayoodiiniin gabbisuu ifoome
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015 (FBC) – Inistitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa dhaabbata Niwutirishin Intarnaashinala waliin ta’uun pirojektii ashaboo nyaataa Foolik Asiidii fi Ayoodiiniin…
Finfinneetti dhaabbilee fayyaa 699 irratti tarkaanfiin sirreeffamaa fudhatame
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Abbaan Taayitaa To’annoo, Bulchiinsaa Nyaataa, Eegumsa Fayyaa fi Qorichaa Magaalaa Finfinnee, sadarakaa addaa baasuu gaggeesseen dhaabbilee fayyaa…
Godina Jimmaatti piroojektiin “KoFIH” marsaa 2ffaan labsame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Godina Jimmaatti piroojektiin “KoFIH” marsaa 2ffaan labsameera.
Sangataan piroojektii “KoFIH” marsaa 2ffaa labsame kun, bakka turtii hadhoolii…
Naannoo Somaaleetti talaalliin dhibee gifiraa kennamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Naannoo Somaaleetti talaalliin dhibee gifiraa kennamuu eegale.
Duulli talaallii dhibee gifiraa sadarkaa biyyaatti aanaalee 22’f kan kennamu yoo ta’u,…
Oromiyaatti bara darbe namoota kuma 34f tajaajilli baqaqsanii yaaluu qaroo ijaa taasiifame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara darbe namoota rakkoo qaroo ijaa qaban kuma 34f wal'aansi baqaqsanii yaaluu taasiifamuu Biiroon Fayyaa naannichaa beeksiise.…
Ittisa dhibeewwaniif muuxannoowwan qulqullinaa babal’isuu barbaachisa jedhame
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC)-Imaammata fayyaa ittisa dhibeewwanii irratti xiyyeeffate milkeessuuf muuxannoowwan qulqullina naannoo fi dhuunfaa babal'isuun barbaachisaa ta’uu Biiroon…
Fayyaafi Miila Hiikkannaa
Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Bakkeewwan qabeenya uumamaan badhaadhanitti miila hiikkannaa taasisuun fayyummaa namaaf faayidaa olaanaa kan qabu ta’uu ibsame.
Yeroo dheeraaf bakkeewwan…
Walga’iin piroojektii laaboraatoorii TB cimsuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Walgahiin Koree Qindeessituu Piroojektii Laaboraatoorii TB Giloobaal Fandii Fayyaa Hawaasaa naannawaa Bahaa, Giddugaleessaafi Kibba Afrikaa 8ffaan magaalaa…
Chaayinaan taalallii vaayireesii Koronaa qilleensaan fudhatamu hojiirra akka ooluu eeyyamte
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Chaayinaan taalallii vaayireesii Koronaa qilleensaan fudhatamu hojiirra akka ooluu eeyyamuu gabaafame.
Taalalichi waarshaa qorichaa kaansinoo jedhamuun…
Hospitaalli Amboo harka qalleeyyii kuma 1 oliif yaala tola eegale
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Hospitaalli Rifeeraalaa Yuunivarsiitii Amboo namoota harka qalleeyyii kuma 1 oliif deeggarsa wal’aansa fayyaa bilisaa kennuu eegale.
Hospitaallichi…