Waldaan Eegumsa Fayyaa Ityoophiyaafi Faawundeeshiniin Paakaard Piroojektii Doolaara miiliyoona 1.9…
Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)- Waldaan Eegumsa Fayyaa Ityoophiyaafi Faawundeeshiniin Paakaard Piroojektii Doolaara miiliyoona 1fi kuma dhibba 9 ifoomsan.
Piroojektichi waggoota sadii…
Hospitaala Diil Corraa Dirree Dhawaaf deeggarsi Birri miiliyoona 22 taasisifame
Finfinnee, Mudde 13, 2015(FBC)- Mineesootatti Waldaan Dirree Keer jedhamuu Hospitalaa Diil Corraa Dirree Dhawaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 22 taasise.
Deeggarsichis dhalattoota Dirree…
Oromiyaatti duulli talaallii dhibee gifiraa Mudde 20, 2015 eegala
Finfinnee, Mudde 13, 2015(FBC)-Naannoo Oromiyaatti duulli talaallii dhibee gifiraa Mudee 20-29, 2015tti akka kennamu Biiroo Fayyaa Oromiyaa beeksise.
Sagantaan leenjii duula…
Ameerikaatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koronaan qabamanii miiliyoona 100 darbuu ibsame
Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Ameerikaatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koronaan qabamanii miiliyoona 100 darbuu ibsame.
Akka gabaasa John Hopkinsitti ,biyyattiitti waggoottan sadan…
Sagantaa leenjii dhibee onnee daa’immaniirratti walta’iinsaan hojjechuuf waliigalteen mallatteeffame
Finfinnee, Mudde 7, 2015(FBC)- Ministeeraa Fayyaa fi “Congenital heart Academy” gidduutti sagantaa leenjii addaa dhibee onnee daa’immaniirratti walta’iinsaan hojjechuuf waliigalteen…
Hospitaala waliigalaa Aggaarootti ijaarsi gamoo yaala tasaa baatii 9 keessatti xumurame
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC) – Hospitaala waliigalaa Aggaarootti ijaarsi Gamoon yaala tasaa Birrii miiliyoona 12n hojjetamaa ture baatii 9 keessatti xumuramuun tajaajilaaf qophii ta’uu…
Duulli kenniinsa talaallii ittisa vaayirasii koroonaa marsaa4ffaan torban dhufu ni eegala-…
Finfinnee, Mudde 4, 2015(FBC)- Duulli kenniinsa taalallii vaayirasii koroonaa marsaa4ffaan torban dhufu irraa eegalee kan kennamu ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Talaalii…
Talaalliin dhibee Gifiraa sadarkaa biyyaalessaatti Muddee 13, 2015 irraa eegalee laatamuufi
Finfinnee, Mudde 3, 2015 (FBC) – Talaalliin dhibee Gifiraa sadarkaa biyyaalessaatti Muddee 13, 2015 irraa eegalee daa’immaan umrii waggaa gadiif laatamuufi jehdame.
Tajaajilli Dhiyeessa…
Waldaaleen lameen haala kenniinsa tajaajila Hospitaala Dajjaamzaach Baalchaa ammayyeessuun…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Waldaaleen qaxxaamura diimaa Ityoophiyaafi Raashiyaa haala kenniinsa tajaajila Hospitaala Dajjaamzaach Baalchaa ammayyeessuun danda’amurratti mari’atan.…
Naannoo Tigraayitti kenniinsa tajaajila Fayyaa eegalchiisuuf hojjetamaa jira – Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraayitti hojiin kenniinsa tajaajila Fayyaa eegalchiisuu hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Hojiin tajaajila yaala tasaa fi…