Weerara dhibee Busaa ittisuuf Agoobbarri miiliyoonni 19.6 raabsame – IFH
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC) – Weerara dhibee Busaa ittisuuf Agoobbarri miiliyoonni 19.6 raabsamuu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa beeksiise.
Bara kana weeraricha…
Hanga Bara 2030tti dhibee Sombaa balleessuuf murannoon hojjetamaa jira – Dooktar Liyaa Taaddasaa
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Mootummaan hanga Bara 2030tti dhibee Sombaa balleessuuf murannoon hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan ibsaniiru.…
Dhaabbiilee fayyaa godina Jimmaaf deeggarsi meeshaalee Birrii miiliyoona 11 ol taasifame
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015(FBC)- Dhaabbiilee fayyaa godina Jimmaaf deeggarsi meeshaalee wal’aansa fayyaa Birrii miiliyoona 11 olii taasifameera.
Deeggarsichi Faawundeeshiinii…
DhFA meeshaalee wal’aansa balaa tasaa meetirik toonii 35 Naannoo Tigraayitti qoodaa jira
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Fayya Addunyaa meeshaalee wal’aansa balaa tasaa meetirik toonii 35 dhaabbilee fayyaa Naannoo Tigraayitti argamaniif raabsaa jiraachuu…
Ga’umsi ogeeyyii Fayyaa tajaajila yaala fayyaa qulqullina qabu laachuuf murteessadha –…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Ga'umsii fi kaka'umsi ogeeyyii Fayyaa tajaajila yaala fayyaa qulqullina qabu laachuuf murteessaa ta'uu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa…
Piroojektiin kutaalee hawaasaa hongeen miidhaman deeggaru ifoome
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Misooma Qindaa’aa Fayyaa jedhamu piroojektii kutaalee hawaasaa sababa hongee fi walitti bu’iinsaan miidhaman deeggaru haaraa ifoomseera.…
Godinia Arsii Lixaatti miseensonni Ishuraansii Fayyaa kumni dhibbi 4fi kumni 80 ol horatamuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Godinia Arsii Lixaatti bara kana baatiiwwan darbanitti miseensonni Ishuraansii Fayyaa kumni dhibbi 4fi kumni 80fi 489 horatamuu waajjirri eegumsa fayyaa…
Ityoophiyaan biyyoota talaalliiwwan akka oomishaniif adda bahan keessaa tokko ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 5 , 2015 (FBC)- Ityoophiyaan biyyoota Afrikaa talaalliiwwan akka oomishaniif adda bahan jaha keessaa tokko ta’uu ibsameera.
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Giddugala…
Hospitaalli waliigalaa fi kolleejjiin Saayinsii Fayyaa Adaamaa barattoota ogummaa garaagaraan…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Hospitaalli waliigalaa fi kolleejjiin Saayinsii Fayyaa Adaamaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 283 marsaa 8ffaaf eebbisiiseera.…
Tajaajila fayyaa haadholiifi daa’immanii fooyyessuu keessatti gaheen qaamolee deeggartootaa…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015(FBC)- Bakkeewwan balaa nam-tolcheefi uumamaaf saaxilamoo ta’anitti tajaajila haadholiifi daa’immanii fooyyessuu keessatti gaheen qaamolee deeggartootaa…