“Faayizar” Ityoophiyaatti qorichaalee bu’aa malee haala dhiyeessuu danda’murrattii mari’atame
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC)-Dhaabbanni Ameerikaa qorichaalee fi talaalliiwwan “Faayizar” oomishu Ityoophiyaatti qorichaalee qulqullina qaban bu’aa malee haala dhiyeessuun…
Ityoophiyaatti daa’imman miiliyoonni 5 hanqina nyaataan rakkoo fayyaaf saaxilamoo ta’uun…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Ityoophiyaatti daa'imman miiliyoona 5 ta'an hanqina nyaata madaalawaan rakkoo fayyaaf saaxilamaa jiraachuun ibsame.
Koonfiraansiin Idil addunyaa…
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Ityoophiyaaf konkolattoota Biirri miiliyoona 27 baasan deeggarsa taasise
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Ityoophiyaaf konkolattoota Biirri miiliyoona 27 baasan 8 deeggarsa taasise.
Deeggarsichaas Ministiri Ministeera Fayyaa…
Guyyaan arjoomtoota dhiigaa idil addunyaa kabajamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) – Guyyaan Arjoomtoota dhiigaa Idil Addunyaa mata duree ‘Dhiigaa haa arjoomnu, Lubbu haa qoodnuu’ yeroo hundaa haa qoodnu’ jedhuun kabajamaa jiraachuu…
Manni Maree Ministirootaa baajanni Mootummaa Federaalaa Bara 2016 Birrii biiliyoona 801.65 akka ta’u…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa yaa’ii idilee 21ffaa gaggeesseen wixinee labsii Baajata mootummaa Federaalaa bara 2016 dhiyaaterratti mari’achuun murtoo…
Dhaabbiileen fayyaa dhuunfaa daballii gatii tajaajila fayyaa taasisuurraa of qusachuu qabu jedhame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)- Dhaabbiileen fayyaa dhuunfaa qaala'insa jireenyaa sababeefgfachuun tajaajila fayyaa irratti daballii gatii taasisuuu irraa of qusachuu akka qaban Waajjirri…
Konfiraansiin Fayyaa “Kenninsa Tajaajila Fayyaa Foyyeessuu” Naqamteetti gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2015 (FBC)- Konfiraansiin Fayyaa mata duree "Kenninsa Tajaajila Fayyaa Foyyeessuuf" jedhuun qaamolee hawaasaa garaagaraa hirmaachisee Magaalaa Naqamteetti…
Riiformiin damee fayyaan taasifame walitti dhufeenya mootummaafi dameen dhunfaa foyyesse – Dooktar…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti Hospitaalli Dirree Godaanaa Birrii miiliyoona 109 ijaarame eebbifameera.
Mootummaa abbootiin qabeenyaa dhunfaa damee fayyaa irratti…
Lakkoofsa namoota fedhiin dhiiga arjoomanii dabaluuf hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2015 (FBC)– Hanqina dhiigaa mudatu hiikuuf lakkoofsa namoota fedhiin dhiiga arjoomanii dabaluuf hojjetamuu akka qabu Baankiin Dhiigaa Ityoophiyaa ibseera.
Namoonni…
Godinichatti meeshaaleen qorannoo dhibee daranyoo Sombaa aanaalee 4f deegarsaan laatame
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti meeshaalee qorannoo dhibee daranyoo Sombaa aanaalee 4f deegarsaan laatame.
Godinichatti waggaa waggaan namootni kumni 5 ol dhibee…