Dhukkuba Busaa fi Toftaalee Ittisaa
Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC) – Dhukkubni Busaa dhukkuba bookee busaatin daddarbu ta’ee yeroodhan yaalii yoo hin argatin miidhaa cimaa fi du’aatii kan fiduudha.
Mallattoolee dhukkuba…
Weerara dhibee Koleeraa aanaalee 110 to’achuun danda’ame – Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Weerara dhibee Koleeraa aanaalee 229 keessatti mudatee ture to’achuuf tattaaffii taasiifameen kan aanaalee110 to’achuun danda’amuu Ministeerri Fayyaa…
Fooramiin dargaggoota guddatoo 4ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC)- Fooramiin dargaggoota fi dargaggoota guddattootaa 4ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Ministeerri Fayyaa qaamolee tumsitootaa waliin ta’uun mata…
Dhukkuba Garaachaa fi Tooftaa Ittisaa
Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC) – Dhukkuba garaachaa kan jedhamu sababoota garaa garaatin keessoo garaachaa kan haguugu gastiriik mukoosaan yeroo madaa’u ykn dallanuu dha.…
Yaa’iin dhiyeessitoota qorichaa idil addunyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC)- Tajaajilli dhiyeessii qorichootaa Itiyoophiyaa kan qopheesse Yaa’iin 3ffaan Dhiyeessitoota Qorichaa Idil Addunyaa gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi…
Qorichi farra Bookee Busaa namoota miiliyoona 1.6 oliif ooluu raabsamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Qorichi farra Bookee Busaa namoota miiliyoona 1.6 oliif ooluu raabsamuu Tajaajilli Dhiyeessa Qorichaa Itiyoophiyaa beeksiise.
Kuufamni Qorichaa…
Dhukkuba Feestullaa Sababa Da’uumsan Uumamu
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Dhibeen Feestullaan dhukkuba rakkoo fincaanii fi bobbaa qabachuu dadhabuu da’uumsan wal-qabatee muudatuudha.
Kunis qaamni walhormaataa fi ujummoo…
Maalummaa Dhukkuba Tiraakoomaa fi Tooftaalee Ittisa Isaa
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Tiraakooman dhukkuba ijaa daddarbu ta’ee, baakteeriyaa 'Chlamydia Trachomatis' jedhamuun kan nama qabuudha.
Dhibeen kun yeroon yaala hin argannee…
Giddugalli Wal’aansa Fayyaa Yuunivarsitii Jimmaa deeggarsa meeshaale wal’aansa argatte
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Ghent fi Hospitaalli UZ meeshaale wal'aansa Fayyaa Giddugala Wal'aansa Fayyaa Yuunivarsiitii Jimmaaf deeggarsa taasise.
Deeggarsichi…
Dhibeen Teetanasii Daa’imman kichuu maali?
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Dhibeen Teetaanasii daa’imman kichuu dhibee baakteeriyaa ‘chlostridum tetani’ biyyee keessatti argamuun kan daa’immanitti dhufuudha.
Dhibeen kun…