Dhibee Gifiraa fi Tooftaalee Ittisaa
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Gifirri dhibee daddarbaa vaayireesiidhan dhufudha.
Dhibeen kun nama kamiyyuu kan miidhu ta’ee, caalmattii garuu daa’imman irratti heddumata.…
Walga’iin koree olaanoo Ministeera Fayyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Walga’iin Koree Olaanoo Ministeera Fayyaa gaggeeffamaa jira.
Walga’icharratti hoggantoonni Ministeerri Fayyaa fi dhaabbileen waamamoo akkasumas…
Dhibee Tiruu
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Dhibeen tiruu dhukkuba daddarbaa sababa vaayirasii hepatitis (Hepatitis A, B, C, D & E) jedhamaniin dhufudha.
Dhibeen tiruu gosa Hepatitis B…
Mallattoon Dhibee Utaalloo fi Infiluweezaan mul’ataa jiru akka hin babal’anne hawaasni…
Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) - Mallattoon Dhibee Utaalloo fi Unfiluweezaa iddoolee garaagaraatti mul'ataa jiru akka hin babal'anni hawaasni of eeggannoo taasiisuu akka qabu…
Babal’achuu Busaaf sababni jijjiiramaa dhufuu amala dhibechaati jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC)- Weerarri dhibee busaa yeroo ammaa babal’achaa jiruu, waqtiin birraa walhormaata bookee busaaf mijataa ta'uu fi dhibechi jijjirrate mul’achuu irraa akka…
Faayidaa Mandariinaaa fi Burtukaanaa
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2016 (FBC) – Mandariinni fi Burtukaanni gosoota muduraalee bifaa fi faayidaan daraan walitti dhiyaataniidha.
Mandariinaan gosa sanyii burtukaanaa ta'ee baayyee…
Dhukkubni Kalee maali?
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Dhukkubni kalee sababoota garaagaraatiin fayyummaan kalee miidhamee dhiiga qulqulleessuu dadhabuun dhangala’aan xurawaan qaama keessatti kuufamee…
Torbeen Busaa Biyyaalessaa 5ffaan Asoosaatti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Torbeen Busaa Biyyaalessaa 5ffaan Naannoo Beenishaangul Gumuz Magaalaa Asoosaatti kabajameera.
Sagantaan kunis mata duree “Busaa balleessuun anarraa…
Hospitaalli Waliigalaa fi Koolleejjiin Meedikaalaa Nageellee Arsii barattoota ogummaa fayyaa…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC) – Hospitaalli Waliigalaa fi Koolleejjiin Meedikaalaa Nageellee Arsii barattoota ogummaa fayyaa adda addaan leenjisaa ture 208 marsaa 3ffaaf…
Kaanseriin Harmaa maali?
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC) – Kaanseriin harmaa sababa rakkoo seeliin harmaa jijjiiramuu fi of baay’isuudhan kan muudatu ta’ee, gosoota kaanserii du’aatii fidaan keessaa sadarkaa…