Jilli Dooktar Maqdasiin durfamu Hospitaala Bishooftuu daawwate
Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan durfamu Hospitaala waliigalaa Bishooftuu daawwateera.
Ministir Deetaa Ministeera Fayyaa…
Dhibee Gifiraa(Measles)
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC) – Dhibeen gifiraa dhukkuba daddarbaa vaayiresiidhaan dhufu ta’ee talaallidhaan kan ittifamudha.
Dhukkubni kun caalmaatti daa’imman irratti…
Faayidaa Qaaraa/Qorqaa/Caccee
Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) –Qaaran/Qorqaan gosa nyaataa viitaminii fi albuudota adda addaan badhaadhe.
Yeroo baay'ee akka mi'eessituu nyaatatti fayyada.
Qaaraan qabiyyee…
Mooriingaa fi faayidaa fayyaa
Finfinnee, Bitootessa 20, 2016(FBC) - Faayidaa fayyaa mooriingaa/shifarraan qabu.
Yeroo baay’ee waan naannoo keenyatti argamu akka dawaatti hin ilaallu malee, dhibeewwan osoo nu hin qabin…
Baatiiwwan 8’n darbanitti namoonni miiliyoona 3.2 Busaan qabamaniiru-MF
Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC)- Baatiiwwan saddeettan darbanitti namoota miiliyoona 10 keessaa namoonni miiliyoona 3.2 dhibee Busaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Bakkaa…
Dhibee ofirraa ittisuun osoo danda’amu dagannaan lubbuu namaa baasaa jiru TB
Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Dhibee ofirraa ittisuun osoo danda’amu dagannaan miidhaa hamaaf nama saaxilu TB.
Guyyaan TB addunyaa har’a kabajameera.
Guyyaan kunis 'Eeyyee TB…
Itiyoophiyaatti Giddugalli ‘Wal’aansa Niwukilaraa’ jalqabaa baname
Finfinnee, Bitootessa 14, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti giddugalli ‘Wal’aansa Niwukilaraa’ jalqabaa tajaajila kennuu eegale.
Giddugalichi tajaajilicha argachuuf baasii olaanaa ba’u hir’isuu…
Tiibii dhaabuuf karoora qabame milkeessuuf hirmaannaa barbaachisa jedhame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)- Bara Faranjootaa 2023'tti tatamsa’ina dhibee Tiibii dhaabuuf akkataa karoora qabameen waggoottan 7’n dhufan xiyyeeffannaan kan hojjetamu ta’uu…
Dooktar Maqdaas Dhaabaan Daayrektara “CIFF “waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdaas Dhaabaan Jila Faawundeeshinii Fandii Invastimantii Daa’immanii (CIEF ) Dooktar Darrib Kaasaayee waliin…
Daddabarsi seeraan alaa dawaalee dhibeewwan weeraroo ittisuuf gufuu ta’eera-BFO
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)-Oromiyaatti daddabarsi seeraan alaa dawaalee, dhibeewwan bifa weeraraan Naannoo Oromiyaatti mudatan ittisuuf gufuu ta'uu Biiroon Fayyaa Oromiyaa…