Vaayrasii koroonaarratti 6955, 8335 yookin 952 bilbiluun eeruu laachuun ni danda’ama
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) –Ummanni bilbila tolaa 6955 eeruu vaayrasii koroonaa laachuuf akka fayyadamu Biiroon Fayyaa Oromiyaa gaafate.
Sararri bilbila bilisaa kun…
Chaayinaa Afrikaatti tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf meeshaalee qorannaa kuma 12 laatte
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Mootummaan Chaayinaa Afrikaatti tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf meeshaalee qorannaa kuma 12 laachuusaa Gamtaan Afrikaa beeksise.
Gamtichatti…
Dhaabbileen tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Dhaabbileen garaagaraa tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa meeshalee qulqulliinaa taasisaniiru.
Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa hojii…
Dhaabbilee barnoota olaanoo fi leenjiitti koreen dhimma vaayrasii koroonaa hordofu hundaa’e
Finfinnee, Bitooteessa 9, 2012 (FBC) – Dhaabbilee barnoota olaanoo fi leenjiitti koreen dhimma vaayrasii koroonaa hordofu hundaa'e.
Korichi dhaabbilee barnoota olaanoo fi leenjii hunda…
Vaayrasii koroonaa ittisuuf fageenya ofii eeggachuu
Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) - Ogeeyyiin yaalaa vaayrasii koroonaa ittisuuf harka dhiqachuu dabalatee tarkaanfiiwwan of eeggannoo taasisuun barbaachisaa ta'uu ibsu.
Iddoolee…
Abbootiin Gadaa fi Haadholiin Siinqee guyyootii araaraa shan labsan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Abbootiin Gadaa fi Haadholiin Siinqee guyyootii araaraa shan labsan.
Abbootiin Gadaa fi Haadholiin Siinqee kaleessaa eegalee guyyootii kadhannaa…
Amala vaayrasii koroonaa
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) –Amala vaayrasii koroonaa
Namni tokko erga vaayrasichi qaama isaa seenee jiddu-galeessaan guyyaa 5faaf-6faatti mallattoo dhukkubaa agarsiisuu eegala.…
Dhukkuba Vaayirasii Koronaa(COVID-19) ittisuuf of eeggannoo barbaachisan
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 9(FBC) – Dhukkuba Vaayirasii Koronaa(COVID-19) ittisuuf of eeggannoo barbaachisan:-
• Yeroo hunda harka saamunaa fi bishaaniin dhiqachuu yookiin alkoolii…