Addunyaarratti guyyaatti namoonni kumni 100 COVID-19 qabaman-DhFA
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa addunyaarratti guyyaa tokkotti lakkoofsa olaanaa namoota covid-19 qabaman galmeessuu beeksise.
Dhaabbatichi…
Gibtsitti lakkoofsi namoota Covid -19 qabamanii kuma 50 caale
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Gibtsitti lakkoofsi namoota dhibee Covid -19 qabamanii kuma 50 caaluu Ministeerri Fayyaa biyyattii beeksiseera.
Biyyattiitti guyyaa…
Jilli Ministeera Fayyaa, hojii ittisa weerara vaayrasii koroonaa Hararii jajjabeesse
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Jilli Ministeera Fayyaa FDRI hojii ittisa weerara vaayrasii koroonaa naannoo Harariitti hojjetamaa jiru jajjabeesse.
Jilicha kan duursan…
Hawaasatti warshaan oomisha saaniitaayzarii Birrii miiliyoona 3.5 oliin ijaarramaa ture hojii eegale
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) - Hawaasatti warshaan oomisha Saaniitaayzarii Birrii miiliyoona 3.5 oliin ijaarramaa ture hojii eegaluu ibsame.
Baajata mootummaa fi…
Waldaan Balaliistota Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa, Eekkaa Kootabeef deeggarsa laate
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Waldaan Balaliistota Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa, Hoospitaala Waliigalaa Eekkaa Kootabeef deeggarsa meeshaalee yaalaa Birrii miiliyoona 1 laate.…
Dandeettii qorannoo vaayrasii koroonaa dhaabbilee laabraatoorii Ityoophiyaa cimsuuf hojjetamaa jira
Finfinnee,Caamsaa 14, 2012 (FBC) –Giddugalli Ittisaa fi To’annoo dhibee Ameerikaa humna dhaabbilee qorannoo laabraatoorii Ityoophiyaa cimsuuf deeggarsa taasisuu himame.
…
Dhabbanni Chaayinaa ‘Human Weelii Faarmaasitikaal’ deeggarsa Birrii miiliyoona 4.6 taasise
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC)- Dhaabbanni Chaayinaa ‘Huumaan Weelii Faarmaasitikaal’ jedhamu deeggarsa meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaaf oolan tilmaama Birrii miiliyoona 4.6…
MM Dr Abiy Ahimad Faawundeeshinii Teenseent Maahuwaanteeng galateeffatan
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Faawundeeshinii Teenseent galateeffatan.
Faawundeeshinichi Ityoophiyaadhaf meeshaalee qorannaa…
Finfinneetti meeshaaleen ittisa vaayrasii koroonaa sadarkaa isaanii hin eegne qabaman
Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Finfinneetti haguuggiin fuulaa fi funyaanii sadarkaadhaa gadii kumni 33 ol, meeshaaleen qulqullinaa sadarkaa isaanii hin eegne liitirri 4,452 qabaman.…
Dhaabbanni Liqii fi Qusannaa Amaaraa deeggarsa Birrii miiliyoona 15 laate
Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Liqii fi Qusannaa Amaaraa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa Birrii miiliyoona 15 laate.
Deeggarsa maallaqichaas hoji…