Namichi qorannaa vaayrasii koroonaa jalaa miliqee ture bilisa ta’e
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012(FBC) – Namichi Saawdiidhaa gara Ityoophiyaa dhufuun tursa keessa seenuu didee miliqee ture vaayrasii koroonaarra bilisa ta'uun isaa ibsame.
Namichi shakkame…
Vaayrasii Koroonaa Ittisuuf of eeggannoo barbaachisan taasisuun murteessadha
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Vaayrasii Koroonaa Ittisuuf of eeggannoo barbaachisan taasisuun murteessadha.
Vaayrasiin koroonaa baatii sadiin dura Chaayinaa bulchiinsa…
Dorgommiiwwan ispoortii guyyootii 15f kan adda citan ta’uu Koomiishiniin Ispoortii FDRI…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Dorgommiiwwan ispoortii guyyootii 15f kan adda citan ta'uu Koomiishiniin Ispoortii FDRI beeksise.
Koomiishinichi ibsa baasen akka…
Yaaliin talaallii vaayrasii koroonaa taasifamuufi
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Yaaliin talaallii vaayrasii koroonaa Ameerikaatti taasifamuuf.
Talaallichi deeggarsa faandii Insitityuutii Fayyaa Biyyaalessaa Ameerikaatiin kennama.…
Hawaasni vaayrasii koroonaa ittisuuf of eeggannaa akka taasisu Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Hawaasni vaayrasii koroonaa ittisuuf of eeggannaa akka taasisu Yaa'iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa beeksise.
Vaayrasii koroonaa ittisuuf hawaasni…
Haguuggii funyaanii fi afaanii Birrii 500 gurgurraan beeksisaa kan turan to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) –Haguuggii funyaanii fi afaanii Birrii 500 gurgurraan beeksisaa kan turan to'ataman.
Namoonni to'annaa jala oolan sadi'i.
Namoonni kanneen fuula…
Biyyoonni Awrooppaa guyyaa tokkotti lakkoofsa du’aa olaanaa galmeessisan
Finfinee, Bitootessa 7, 2102 FBC) - Biyyoonni Awroopaa guyyaa tokkotti lakkoofsa du’aa olaanaa galmeessisan.
Biyyoonni Awrooppaa hanga har’aatti guyyaatti ammeentaa du’aa kanaan dura…