Browsing Category
Biiznasii
Damee Indaastirii oomishaarraa baatiiwwan 5 darbanitti galiin Doolaarri Miiliyoona dhibba 2 ol…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Damee Indaastirii oomishaarraa baatiiwwan 5 darbanitti galiin Doolaarri Miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoonni 3 argamuu Ministeerri Indaastirii beeksise.…
Turki hamma Maallaqni ishee Doolaara Ameerikaa waliin qabu sirreessuuf Fooyya’iinsa Faayinaansii…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) – Turki humna Maallaqni ishee Doolaara Ameerikaa waliin qabu sirreessuuf Fooyya’iinsa Faayinaansii taasiisuu eegalteerti.
Tibbana Maallaqni Turkii…
Ayyaana Qillee fi Cuuphaan walqabatee qaala’iinsi gatii akka hin muuddanne bittaan Zayita liitira…
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Ayyaana Qillee fi Cuuphaan walqabatee qaala’iinsi gatii akka hin muuddanne bittaan Zayita nyaataa liitira miiliyoona 5 raawwachaa jiraachuu Dhaabbanni…
Bara baajata 2013tti karaa Baankii Daldalaa Ityoophiyaatin doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 2.64 gara…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Bara baajata 2013tti karaa Baankii Daldalaa Ityoophiyaatiin doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 2.64 gara biyyaa galuu Baankii Daldalaa Ityoophiyaa beeksiseera.…
Baankichi bara kana liqaa Birrii biiliyoona 19 dhiheessuuf hojjechaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa bara kana liqaa Birrii biiliyoona 19 dhiheessuuf hojjechaa jiraachuu beeksiseera.
Baankichi Kalaqaawwaan…
Baatiwwan shanan darban daldala Albuudarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 241 argame
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Baatiwwan shanan darban daldala Albuudarraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 41 argamuu Ministeerri Albuudaa beeksiise.…
Baatiwwan shanan darban Indaastirii Kal’oorraa galiin Doolaarri miiliyoonni 19 argamuu ibsameera
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Baatiwwan shanan darban daldala alaa Indaastirii Kal’oorraa galiin Doolaarri miiliyoonni 19 argamuu Inistiityuutiin Indaastiriin Misooma Kal’oo…
Hojmaanni qaamolee gabaa seeran alaarratti bobba’an gaafachiisu diriiruu Baankiin Biyyaalessaa…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Hojmaata qaamolee gabaa seeran alaarratti bobba’an gaafachiisu qaamolee haqaa waliin ta’uun diriirsuu Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa…
Naannichatti kurmaana jalqabaa bara kanaan damee albuudaarraa galiin Birrii biiliyoonni 2 ol walitti…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaangul Gumuzitti kurmaana jalqabaa bara 2014 damee albuudaarraa galiin Birrii biiliyoonni 2 ol walitti qabamuu ibsameera.
Oomishaa fi…
Baatiwwan shanan darban galiin Birrii biiliyoonni 147.3 walitti qabame
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Baatiwwan shanan darban galiin Birrii biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 47 fi miiliyoonni dhibbi 3 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii…