Browsing Category
Biiznasii
Baankiin Biyyoolessaa Ityoophiyaa dhalattoonni Ityoophiyaa oomishaalee nyaataa gara biyyaa akka…
Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Baankiin Biyyoolessaa Ityoophiyaa hojimaata dhalattoonni Ityoophiyaa oomishaalee nyaata bu'uuraa gara biyyaa akka galchan eeyyamu baase.
…
Finfinneetti baatiiwwan 6n darbanitti galiin Birrii biiliyoona 21.53 walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Finfinnee baatiiwwan 6n darbanitti taaksii kallattii fi al kallattiirraa Birrii biiliyoona 21.53 walitti qabuu beeksise.…
Daldalli bilisaa aardii Afrikaa Adoolessa 2012 keessa ifatti ni eegalama
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Daldalli bilisaa aardii Afrikaa Adoolessa 2012 keessa ifatti ni eegalama.
Koomiishinarri Koomiishinii Daldalaa fi Indaastirii Gataa Afrikaa…
Warshaa qorichaa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 10n hojjetamuuf dhagaan bu’uuraa ka’ame
Finfinnee, Amajjii 28, 2912 (FBC) – Paarkii Indaastirii Qilinxoo keessatti warshaa qorichaa fi meeshaalee fayyaa oomishu hojjechuuf dhagaan bu’uuraa ka’ameera.
Dhagaan bu'uuraa kaa'ame…
Hojiin babal’ina bu’uraalee misooma magaaloota doolaara Ameerikaa miliiyoona 859 gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Sagantaan babal’ina bu’uraalee misooma magaaloota Doolaara Ameerikaa miliiyoona dhibba 8 miliiyoona 59n gaggeeffamaa jira.
Sagantichi magaaloota 117…
Naannoo Kibbaatti proojaktoonni misooma jallisii 22 hojjetamaa jiru
Finfinee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Naannoo Kibbaatti proojaktoonni misooma jallisii 22 Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 13 hojjetamaa jiru.
Proojaktoonni misooma…
Qindoomina biyyoota baha Afrikaa itti fufsiisuuf Doolaarri biiliyoonni 15 ni barbaachisa jedhame
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Qindoomina biyyoota baha Afrikaa itti fufsiisuuf Doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 15 ni barbaachisa jedhame.
Biyyoonni Afrikaa shan hidhata…
Oomishti Gabaa Ityoophiyaa baatii 6tti oomisha Birrii biiliyoona 17.5 walbichisiisera
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Oomishti Gabaa Ityoophiyaa baatii 6tti oomisha Birrii biiliyoona 17.5 walbichisiisera.
Oomisha meetriik toonii 338,253 gabaadhaf dhiyeessuun…
Naannoo Amaaraatti kaffaltoota gibiraa burjaajjii gibiraa uuman kuma 1 fi 500 ol irratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraatti kaffaltoota gibiraa burjaajjii gibiraa uuman kuma 1 fi 500 ol irratti tarkaanfiin fudhatamuun ibsame.
Kaffaltootni gibiraa galmee…
Baankiin Daashan sagantaa carraa hojii uumuu Oromiyaa ifoomse
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Baankiin Daashan sagantaa carraa hojii uumuu naannoo Oromiyaa ifoomse.
Baankichi sagantichaaf moggaasa "Ethiopian Talent Power Series" jedhu…