Browsing Category
Biiznasii
Sudaan ammeentaa elektiriikaa Ityoophiyaarraa bittu guddisuufi
Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Sudaan ammeentaa elektiriikaa Ityoophiyaarraa bittu guddisuufi.
Sudaan kana kan murteessite qorannaa sararoota humna elektiriikaa ega xumurteen booda,…
Daldalli alaa Ityoophiyaa %13 guddateera – MM Dooktar Abiy
Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Daldalli alaa Ityoophiyaa %13 guddateera jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy ibsa Mana Maree Bakka Bu'oota…
Maastar Kaard Faawundeeshiniin Ityoophiyaatti biiznasii sababii weerara vaayrasiitin miidhaman…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Maastar Kaard Faawundeeshiniin Ityoophiyaatti biiznasii sababii weerara vaayrasiitin miidhaman deeggaruufi.
Deeggarsichi kan laatamu hojii…
Waxabajjii keessa gatiin boba’aa gatuma duraatin kan itti fufu ta’a
Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Waxabajjii keessa gatiin boba'aa gatuma duraatin kan itti fufu ta'uu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksise.
Gatii boba'aa gosa hundaa…
Galii Finfinnee guddisuuf maddoota addaddaa uumun ni barbaachisa -Injiinar Taakkalaa
Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Galii magaalaa Finfinnee guddisuuf maddoota addaddaa uumun ni barbaachisa jedhan itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan.…
Weerara vaayrasii koroonaatin booda, Ityoophiyaan biyyoota daawwataman 7 keessaa takka jedhame
Finfinnee, Caamsaa 24, 2012 (FBC) - Weerara vaayrasii koroonaatin booda, Ityoophiyaan biyyoota addunyaa daawwataman 7 keessaa takka ta'uun ibsame.
Barruun Foorbis weerara…
Gatii simiintoo bifa hin malleen dabaluun indaastirii ijaarsaa kan miidhu ta’uu Ministeerri…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Gatii simiintoo bifa hin malleen dabaluun indaastirii ijaarsaa kan miidhu ta'uu Ministeerri Daldalaa beeksise.
Ministeerichi qaamolee…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa oomishaalee paarkota indaastirii geejibsiisaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa oomishaalee paarkota indaastirii geejibsiisaa jiraachuu beeksise.
Daandichi oomishaalee abaaboo dabalatee…
Dargaggoota magaalaa Finfinnee kuma dhiba 2 oliif carraan hojii uumameera
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Dargaggoota magaalaa Finfinnee kuma dhiba 2 oliif carraan hojii uumameera.
Baatiiwwan kurnan darbanitti dargaggoota hoji dhabeeyyii kuma dhibba 2…
Dhaabbilee daldalaa seeran ala daballii gatii taasisanirratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2012(FBC) – Magaalaa Finfinneetti dhaabbilee daldalaa seeran ala daballii gatii taasisan kuma 6 olirratti tarkaanfiin fudhatamu ibsame.
Sababa weerara…