Browsing Category
Biiznasii
Ityoophiyaa fi Faransaay waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 7 fi miiliyoona 96 olii…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa fi Faransaay waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 7 fi miiliyoona 96 olii walii mallatteessan.
Waliigalteen deeggarsa Yuuroo…
Bara baajataa darbetti daldalaa alaa Albuudarraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 2 fi…
Finfinnee,Adoolessa 8, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti bara baajataa darbetti daldalaa alaa Albuuda garaagaraarraa galiin miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 7 argame.
Ministeera…
Warshaan guyyaatti haguuggii funyaanii fi afaanii miiliyoona 1.2 oomishu hojii eegale
Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Warshaan guyyaatti haguuggii funyaanii fi afaanii miiliyoona 1.2 oomishu hojii eegale.
Warshaan Guyyaa Meedikaal Maask sa’aa 24 keessatti maaskii…
Ministeerri Albuudaa fi Inarjii albuuda galtee indaastiriif ta’u humna biyya keessatin danda’uuf…
Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Ministeerri Albuudaa fi Inarjii albuuda galtee indaastiriif ta’u humna biyya keessatin danda’uuf hojjechaa jiraachuu beeksise.
Ministeerichi Ministeera…
Gabaan Oomisha Ityoophiyaa baatii Waxabajjii oomisha toonii kuma 62 fi 542 walbichisiise
Finfinnee, Adoolessa 3, 2012 (FBC) – Gabaan Oomisha Ityoophiyaa baatii Waxabajjii oomisha toonii kuma 62 fi 542 Birrii biiliyoonaa 3.72 walbichisiisu beeksiseera.
hammii oomishalee…
Ityoophiyaatti bunni kiilo giraamni 1 Birrii 13,838 gurgurame
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Ityoophiyaatti bunni kiilo giraamni 1 Birrii 13,838 gurgurame.
Dorgommii dhandhama bunaa idil addunyaa Ityoophiyaatti yeroo jalqabaatif…
Daandichi, daandiiwwan qilleensaa gurguddoo Afrikaa 10 keessaa adda duree ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa, daandiiwwan qilleensaa gurguddoo Afrikaa 10 keessaa adda duree ta’e.
Akka gabaasa Afrikaa Loojeestiiksii…
Ityoophiyaan invastimantii kallattii alaatin baha Afrikaarraa adda duree ta’uun ibsame
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Ityoophiyaan invastimantii kallattii alaatin baha Afrikaarraa adda duree ta'uun ibsame.
Ityoophiyaan damicha hawwachuudhan baha Afrikaarraa…
Raabsitoota Simiintoo gatii kaa’ameen ala gurguranirratti tarkaanfiin seeraa kan fudhatamu ta’uu…
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2012 (FBC) – Gatii Simiintoo mootummaan baasee ala raabsitoota gatii dabaluun gurguranirratti tarkaanfii seeraa kan fudhatu ta’uu Biiroon Daldalaa magaalaa…
Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaatti misooma waaraa bunaa hundeessufi
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaatti misooma waaraa bunaa hundeessufi.
Dhaabbanni misooma bosonaa Kooriyaa Kibbaa SK jedhamu, Dhaabbata…