Browsing Category
Biiznasii
Meeshaaleen ‘Firaankoo Vaaluutaan’ galaa turan sanada wabii Baankota Daldalaan akka galfaman…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC)- Meeshaalee bu’uuraa 'Firaankoo Vaaluutaan' galaa turan sanada wabii baankota daldalaan akka galfaman murtaa’uu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad…
Yeroo jalqabaaf oomishni kuduraalee Dooniin gabaa alaaf dhiyaatan
Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf oomishalee kuduraa Dooniidhaan fe’uun gabaa Awurooppaaf dhiyeessuu eegaluu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Dhaabbanni Itiyoo…
Markaatootti gabaan haala tasgabbii qabuun gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinnee naannawaa Markaatootti qabeenyi daldaltoota dhaalamuufi, Suuqiwwan cufamuuf jedhamuun burjaajiin garagaraa miidiyaalee hawaasummaan…
Tajaajilichi abbaa carraa miiliyoona 20 badhaase
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Tajaajilli Lootarii Itiyoophiyaa abbaa carraa miiliyoona 20 badhaaseera.
Tajaajilichi Qaammee 5, 2016 carraa baheen abbaa carraa 1ffaa miiliyoonni…
Baatiiwwan sadan darban oomisha bunaarraa galiin Doolaara miiliyoona 520 argame-ATBShI
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC)- Baatiiwwan sadan darban oomisha Bunaa gabaa alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaara miiliyoona 520 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa…
Oomishtoonni Simmintoo Raabsitoota barbaadaniif oomisha isaanii akka dhiyeessan kallattiin…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC) – Oomishtoonni Simmintoo Raabsitoota barbaadaniif oomisha isaanii akka dhiyeessan kallattiin kaa'amuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Akkaawuntiiwwan sobaa seeraan ala galmee fi eeyyama daldala onlaayinii kennaa turan 339 irratti…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2017 (FBC) – Akkaawuntiiwwan sobaa seeraan ala tajaajila galmee fi eeyyama daldala onlaayinii kennaa turan 339 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Biiroon Daldalaa…
Kuufamni sharafa alaa baankichaa dachaan dabaluun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Riifoormiin biyyaalessaa erga eegalamee as kuufamni eeggachiisaa sharafa alaa Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa dachaan dabaluu Bulchaan Baankichaa…
Godinichi Muuzii Kg miiliyoona 4 fi Avokaadoo Kg miiliyoona 1.5 gabaa alaaf dhiyeessuuf karoorfachuu…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Godinni Jimmaa muuzii kiiloogiraama miiliyoona 4 fi Avokaadoo kiiloogiraama miiliyoona 1.5 gabaa alaaf dhiyeessuuf karoorfamuu beeksise.
Bulchaan…
Itiyoo Telekoom tajaajila Interneetii dhaloota 5ffaa Walaayittaa Sooddootti jalqabsiise
Finfinnee,Onkololeessa 23, 2017(FBC)- Itiyoo Telekoom tajaajila Neetwoorkii dhaloota 5ffaa (5G) Magaalaa Walaayittaa Sooddootti jalqabsiise.
Saganticha jalqabsiisa tajaajilichaarratti…