Browsing Category
Balballoommii fi yaada
ATM ollaa fayyadamuun Birrii kuma dhibba 5 fi kuma 80 ol kan fudhatte to’atamte
Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) – Finfinnee kutaa bulchiinsa magaalaa Yakkaatti kaardii ATM ollaa fayyadamuun Birrii kuma dhibba 5 fi kuma 80 ol kan fudhatte to'atamte.
…
Manni murtichaa gaaffiin mirga wabii sababii fayyaatin obbo Lidatuu Ayyaaleew dhiyeessan fudhatama…
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Godina Shawaa Bahaatti Manni Murtii aanaa Bishooftuu gaaffiin mirga wabii sababii fayyaatin obbo Lidatuu Ayyaaleew dhiyeessan fudhatama hin qabu jedhe.…
Finfinneetti meeshaaleen seeraan alaa to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti meeshaaleen seeraan alaa 102 to'atamuu Koomiishiniin Poolisii Federaalaa beeksise.
Shugguxoonnii fi meeshaaleen…
Hoggansii fi ogeeyyiin miidiyaa biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC) - Hoggansii fi ogeeyyiin miidiyaa Finfinnee keessatti teessoo isaanii godhatan biqiltuu dhaaban.
Ummanni biqiltuu akka dhaabu miidiyaaleen kakaasan…
Waltajjiin marii nageenyaa dargaggoota Sabbataa fi Burraayyuu waliin taa’ame.
Finfinnee, Adoolessa 9, 2012 (FBC) – Waltajjiin marii nageenyaa dargaggoota Sabbataa fi Burraayyuu waliin taa'ame.
Waajjirri Kantiibaa Finfinnee, kutaa bulchiinsa magaalaa…
Biqiltuu biiliyoonni 2 dhaabamuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Biqiltuu biiliyoonni 2 dhaabamuun ibsame.
Ministirri Ministeera Qonnaa FDRI obbo Umar Huseen akka beeksisanitti, guyyootiin 15 itti aanan qabachuu…
Ministeerri Nageenyaa fi bakka buutonni Waldaalee Siiviikii waliigaltee mallatteessan
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa fi bakka buutonni Waldaalee Siiviikii hojii ijaarsa nageenyaa fi misoomaa hojjechuuf waliigaltee mallatteessan.
…
Fiichee fi Asallaatti namoota harka qalleeyyidhaaf deeggarsi taasifame
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Fiichee fi godina Arsii magaalaa Asallaatti namoota harka qalleeyyidhaaf deeggarsi taasifame.
Deeggarsichi…
Haroo Xaanaa badiirraa baraaruuf gaarren Guunaa misoomsuuf yuunvarsiitonni waliigalan
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Haroo Xaanaa badiirraa baraaruuf gaarren Guunaa misoomsuuf yuunvarsiitonni waliigalan.
Waliigalticharra kan ga'an Yuunvarsiitii…
Rakkoon Afrikaanotaa furmaataa fi fala Afrikaa argachuu qaba- preezdaantii Aljeeriyaa
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Rakkoon Afrikaanotaa furmaataa fi fala Afrikaa argachuu qaba jedhan preezdaantiin Aljeeriyaa Abdalmaadiid Taboonii.
Preezdaantichi…