Browsing Category
Balballoommii fi yaada
Magaalichatti daandiwwan yeroo kabajaa ayyaana daamaraatti cufaman poolisiin ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 14, 2013 (FCB)- Koomishiniin poolisii magaalaa Finfinnee Fulbaana 16, 2013 addabaabaayii masqaalaatti kan kabajamuu ayyaanni daamaraa hanga xumuramuutti daandiwwan…
Manni marichaa muudama ministiroota fi abbootii seeraa raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 12 , 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummata FDRI walga’ii ariifachiisaa 4ffaa bara hojii 5ffaa har’a galma walga’ii Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeesseen…
Namoonni Matahaaraa fi naannoo Amaaraatti balaa lolaatin miidhaman jajjabeeffaman
Finfinnee, Fulbaana 6, 2013 (FBC) – Jiraattonni aanaa Matahaaraa fi naannawa ishee, akkasumas naannoo Amaaraatti qaamoleen hawaasaa balaa lolaatin miidhaman jajjabeeffaman.
…
Imaammata damee albuudaa fi boba’aarratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Imaammata damee albuudaa fi boba'aa, akkasumas kuufama albuudaarratti mari'atamaa jira.
Injiinar Taakkalaa Uumaan waltajjchi gaggeeffamaa…
Aadde Adaanach haaromsa manneen 44 eegalchiisan
Finfinnee, Hagayyaa 16, 2012 (FBC) – Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen haaromsa manneen 44 eegalchiisan.
Boolee Ruwaandaa barmaatan nananoo…
Ibsa mootummaa naannoo Oromiyaa
Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa ibsa Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaan baase ilaalchisuun deebii laatera.
Ibsii fi deebii guutuun…
Miseensa ABO Shanee Shaashamanneetti caasaa nageenyaarratti boombii darbaterratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Hagayyaa 14, 2012 (FBC) – Miseensa ABO Shanee Shaashamanneetti har'a ganama caasaa nageenyaarratti boombii darbaterratti tarkaanfiin fudhatamuu poolisiin beeksise.
…
Beenishaanguul Guumz Hidha Haaromsaarraa fayyadamaa ta’uuf karoora qopheessuusaa beeksise
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Naannon Beenishaanguul Guumz Hidha Haaromsaarraa fayyadamaa ta'uuf karooraa fi tarsiimoo qopheessuusaa beeksise.
Hidhichi carraa misoomaa…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Shaashamanneetti namoota miidhaan irra ga’eef deeggarsa laate
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Shaashamanneetti namoota miidhaan irra ga'eef deeggarsa laate.
Deeggarsichi meeshaalee adda addaa kan Birrii miiliyoona…
Sababii weerara vaayrasii koroonaatin dhiibbaa mudachuu malu furuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Hagayya 7, 2012 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti sababii weerara vaayrasii koroonaatin dhiibbaa jireenyaa mudachuu malu furuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame.
Waajjirri…