Browsing Category
Balballoommii fi yaada
Fuula inistaagiraamii Phaaphaasi Firaansisin erga suurri modeelii ‘like’ godhamee qorannoon eegale
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) - Fuula inistaagiraamii Phaaphaasii Katoolikii Firaansisiin suuraan moodeelii Biraaziil 'like' godhamuun booda waldaan Vaatikaan qorannoo gaggeessaa…
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii seera Naayijeeriyaa keessatti dhiiroti gudeeddiin yakkaman haa…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii seera Naayijeeriyaa keessatti dhiiroti gudeeddiin yakkaman haa kolaafaman jedhu balaallefate.
Koomishinariin…
Godina Matakkalitti humnoota badii irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Godina Matakkalitti humnoota badii irratti tarkaanfiin fudhatame.
Godina Matakkal aanoota garagaraa keessa socho’aa kan turan humnoota badii…
Giifti Duree aadde Zinnaashiin manni barumsa waliigalaa sadarkaa 2ffaa baasii Birrii miiliyoona 21…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Giifti Duree aadde Zinnaash Taayyachaawtin godina Walloo kibbaa aanaa Albuukootti manni barumsa waliigalaa sadarkaa 2ffaa baasii Birrii miiliyoona 21…
Ministeerri Barnootaa Hoggantoota Olaanoo Biiroo Barnoota Oromiyaa waliin ta’uun qophii manneen…
Ministeerri Barnootaa Hoggantoota Olaanoo Biiroo Barnoota Oromiyaa waliin ta’uun qophii manneen barnoota daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Ministeerri Barnootaa Dooktar…
Wallagga Bahaa aanaa Waayyuu Tuqaatti Boqqoolloon Kilaasteraan misoome daawwatame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Wallagga Bahaa aanaa Waayyuu Tuqaatti Boqqoolloon Kilaasteraan misoome daawwatameera.
Godina Wallagga Bahaatti Boqqoolloo lafa hektaara…
Yunvarsiitiin Finfinnee, Diillaa fi Goondar barnoota eegaluu ni danda’u jedhame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Yunvarsiitiiwwan Finfinnee, Diillaa fi Goondar adeemsa baruu fi barsiisuu eegaluuf ga’umsa ga’aa qabaachuu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota…
Ejansiin Galmeessaa Ragaalee Bu’uuraa fi Immigireeshinii Lammummaa hojii idileessaa eegalufi
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Ejansiin Galmeessaa Ragaalee Bu'uuraa fi Immigireeshinii Lammummaa hojii idileessaa eegalufi.
Ejansiin Galmeessaa Ragaalee Bu'uuraa fi Immigireeshinii…
Guyyaan tuuriizimii addunyaa Jigjigaatti kabajamaa ture xumurame
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) –Guyyaan tuuriizimii addunyaa magaalaa Jigjigaatti kabajamaa ture xumurame.
Guyyichi sadarkaa Ityoophiyaatti si’a 33ffaaf, akka addunyaatti ammoo…
Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee fi jiraattonni godina addaa kabaja ayyaana Irreechaarratti…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee fi jiraattonni godina addaa Oromiyaa naannawa Finfinnee kabaja ayyaana Irreechaarratti mari’atan.
Milkaa’ina…