Browsing Category
Balballoommii fi yaada
Aadde Almaaz Makoonnan hundeessaa Gamtaa Dargaggoota Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) –Ministir deettaan Ministeera Nageenyaa aadde Almaaz Makoonnan hundeessaa Gamtaa Dargaggoota Addunyaa Dooktar Ook Soo Paar waliin mari'atan.
…
Miidiyaaleen odeeffannoo madaala qabuun gabaasuu akka qaban ibsame
Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) – Miidiyaaleen sagantaalee fi imaamata paartilee siyaasaa ummataaf dhiyeessan bifa madaala qabuun dabarsuu akka qaban hayyoonni damichaa ibsaniiru.
Faanaa…
Eeyyamni jirraa ispoortii dhorkame
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Eeyyama jirraa(Beetiing) taphoota ispoortii kennuu yeroof dhaabuu isaa Bulchiinsi Lootorii Biyyaaleessaa Ityoophiyaa beeksise.
Dursaan garee kenna…
Agarsiisnii intarpiraayzoota baadiyyaa biyyaalessaa 2ffaan Baahir Daaritti ni gaggeeffama
Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) – Agarsiisnii(egzibiishinii) fi baazaariin intarpiraayzoota baadiyyaa biyyaalessaa 2ffaan magaalaa Baahir Daaritti ni gaggeeffama.
Walitti hidhamiinsa…
Ministeerichi qabeenya uummaamaa irratti marii gaggeessaa jira
Finfinnee Muddee 24, 2012(FBC) – Ministeerri Qonnaa fi Qabeenya Uummamaa hojii qabeenya uummamaarratti magaalaa Adaamaatti marii gaggeessaa jira.
Haalaa fi qabiinsa biqiltuu…
Magaalaa Finfinneetti wiirtuu to’annoo tiraafika ammayyaa’a ijaaruuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baasii Birrii Miiliyoona 800 fi miiliyoonaa 31 wiirtuu to’annoo tiraafika ammayyaa’a ijaaruuf Dhaabbata Kominikeeshinii fi…
Seera Labsii waa’ee hojjettoota mootummaa filannoo dorgomanii fi paartiilee siyyaasaaf bahe
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) – Hojjettoonni mootummaa dhuunfanis ta’ee miseensa paartii siyyaasaa tokkoo ta’uun filannoof dorgoman labsii galmee paartiilee siyyaasaa bahe lakkoofsa…
Poolisoonni saamicha raawwatan adabaman
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Poolisoonni saamicha raawwatan adabaman.
Miseensonni poolisii meeshaa mootummaan itti laatetti fayyadamuun saamicha raawwatan adabamuu Abbaan…
Guyyaan farra malaammaltummaa addunyaa Finfinneetti kabajamaa jira
Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) –Guyyaan farra malaammaltummaa addunyaa magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira.
Guyyichi akka addunyaatti si'a 16ffaaf, akka Ityoophiyaatti ammoo si'a…
Maallaqni ijaarsa Galma Odaa Nabeef ummatarraa sassaabbame hojiirra hin oollee
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) - Maallaqni Ijaarsa Galma Odaa Nabeef ummatarraa sassaabbame dhaadhaa ibidda buute ta'e jedhan jiraattonni.
Ijaarsa Galmaa Odaa Nabeef, bara 2001…