Browsing Category
Balballoommii fi yaada
Gadaan Dharraa haarome
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Dharraatti sirni Gadaa Oromoo haarome.
Sirnichi bakka abbootiin Gadaa, hoggansi amantaa, hoggansi godinaa…
Yuunvarsiitiin Naannoo Oromiyaa afaan Oromootin digirii jalqabaa, gosoota barnoota sadiin digirii…
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Yuunvarsiitiin Naannoo Oromiyaa Afaan Oromootin barnoota digirii jalqabaa fi gosoota barnoota sadiin digirii 2ffaa eegalufi.
Yuunvarsiitichi…
Ityoophiyaan Raashiyaan waliin hariiroo cimsuun humna raayyaa ittisaa ammayyeessu ni barbaaddi –…
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan Raashiyaan waliin hariiroo lameenii cimsuun humna raayyaa ittisaa ammayyeessu akka barabaaddu Raashiyaatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa…
Ityoophiyaa fi Fiinlaand raawwii proojaktii koowashiif waliigaltee Birrii biiliyoona 1.3 olii walii…
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Fiinlaand raawwii proojaktii bishaan dhugaatii qulqulluu fi eegumsa fayyaatif(koowash) waliigaltee Birrii biiliyoona 1.3 olii walii…
Abbaan Taayitaa To’annoo Hojii Koonistiraakshinii hundaa’e
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) – Rakkoowwan gama ijaarsaan mudatan hambisuu ni danda’a kan jedhame waajjirri Abbaa Taayitaa To’annoo Hojii Koonistiraakshinii hundaa’era.
Wajjirri…
Rakkoon nageenyaa Hararitti mudate tumsa ummataatin to’atamuu Koomiishiniin Poolisii Naannoo…
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Rakkoon nageenyaa magaalaa Hararitti mudate tumsa ummataatin to'atamuu Koomiishiniin Poolisii Naannoo Hararii beeksise.
Koomiishinarri…
Hoggansa raayyaa ittisaa muudama argatan
Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Hoggansa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI 65 Amajjii 9,2011 muudama argatan.
Meejar janaraalarraa gara leetanaal janaraalatti kan guddatan
1.…
Atleetiin Keeniyaa qorattoota qorichoota si’eessan jalaa fiigee miliqe
Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) - Atleetiin beekkamaa Keeniyaa keessaa aanga'oota farra qorichoota humna si'eessanii kaampii shaakalaa turetti wayita argu fiigee jalaa miliqe.
Gareen…
Yuunvarsiitiin Walqixxee, Inistiitiyuutii Teeknooloojii Maasaachuseetis waliin hojjechuuf waligaltee…
Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) - Yuunvarsiitiin Walqixxee, Inistiitiyuutii Teeknooloojii Maasaachuseetis waliin hojjechuuf waligaltee mallatteesse.
Yuunvarsiitiin Walqixxee…
Bulchiinsi qabiinsa ragaa lafa baadiyyaa biyyoolessaa ifoome
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) – Bulchiinsi qabiinsa ragaa lafa baadiyyaa biyyoolessaa ifoome.
Ministeerri Qonnaa FDRI bulchiinsa qabiinsa ragaa lafa baadiyyaa biyyoolessaa…