Browsing Category
Balballoommii fi yaada
Dirreen Sheekanaa Huseen hambaawwan seenaa Oromiyaan qabdu keessaa isa tokko
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC)- Dirreen Sheekanaa Huseen hambaalee hawwata Tuuristii gurguddoo Shanan Naannoon Oromiyaa UNESCOtti akka galmaa’aniif hojjechaa jiru keessa isa tokkodha.…
Akaadaamiin Ispoortii dargaggoota Ityoophiyaa Akkaadaamii Ispoortii Ityoophiyaa jedhamuun moggaafame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Akaadaamiin Ispoortii dargaggoota Ityoophiyaa Akkaadaamii Ispoortii Ityoophiyaa jedhamuun moggaafameera.
Bu’uura fooya’iinsa moggaasa qaamolee…
Abbootiin Gadaa Gujii sirna jila maqa baasaa raawwatan
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC ) – Abbootiin Gadaa Gujii sirna jila maqa baasaa raawwataniiru.
Abbootiin Gadaa Gujii jila maqa baasaa Godina Gujii Bulchiinsa Magaalaa Adoolaa…
Finfinneetti namni shiboo elektirikaa hateen xaxamee kufe poolisiin to’atame
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC ) - Finfinneetti namni shiboo elektirikaa hateen xaxamee kufe poolisiin to'atame.
Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Boolee aanaa 6ffaa bakka addaa…
Obbo Taayyee Danda’aan gaaffiilee Fuula Feesbuukirratti ka’aniif deebii laatan
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Itti Gaafatamaan Qunnamtii Ummataa Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa obbo Taayyee Danda’aa gaaffiilee Fuula Feesbuukirratti ka’aniif deebii laatan
…
Adeemsa hojii mijataa ta’e uumuu fi nageenya indaastirii amansiisaa ta’e daran cimsuuf hojjatamaa…
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Biiroon Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa Oromiyaa haala hojii mijataa, walitti dhufeenya dirree hojii fi nageenya indaastirii mijataa ta’e mirkaneessuuf…
Xiyaarri Boeing 737 Max yeroo ammaa nageenyummaansaa mirkana waan ta’eef balaliinsa eegaluu…
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) – Hoogganaan Ejansii Nageenyummaa Aviyeeshinii Awurooppaa (EASA) Paatrik Ky akka himanitti, xiyaarri Boeing 737 Max yeroo ammaa nageenyummaansaa mirkana…
Dameen anniisaa guddichi Yuunayitiid Steet haakarootaan hatame
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) -Dameen anniisaa guddichi Yuunayitiid Steet haakarootaan hatame
Jaarmiyaalee Yuunayitiid Steet gurguddoo tibbana haakarootaan hataman keessaa dameen…
Haakaroonni biiroo maallaqaa fi daladalaa Yuunaayitiid Isteet cabsanii seenan
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) - Haakaroonni biiroo maallaqaa fi daladalaa Yuunaayitiid Isteet cabsanii seenan.
Yuunaayitiid Isteet erga haakaroonni toora waajjiraalee Maallaqaa fi…
Sudaan naannoo daangaa Ityoophiyaatti meeshaa waraanaa hedduu to’achuu beeksifte
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) –Sudaan naannoo daangaa Ityoophiyaatti meeshaa waraanaa hedduu to’achuu beeksifte.
Sudaan bulchiinsa isheetti meeshaa waraanaa gurguddoo garagaraa fi…