Fana: At a Speed of Life!

Carraan rammaddii nuusa xummuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome

Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Kilaboota 8 kan hirmaachisu Carraan rammaddii nuusa xummuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Sagantaa carraa baasuu har’a sa’aatii 8:00 irraa eegalee Siwiizarlaand magaalaa Niyoonitti gaggeeffameen:-
Maanchiisteer Siitii – Burooshiyaa Doortmaand
Poortoo – Cheelsii
Baayern Muunik – PSG
Riyaal Maadriid – Liivaar Puul waliin walitti fideera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.