Fana: At a Speed of Life!

Ramaddiin taphoota shaampiyoons Liigii Awurooppaa moo’atanii darbuu ifoome

Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) –  Ramaddiin taphoota shaampiyoons Liigii Awurooppaa moo’atanii darbuu har’a ifoome Baarseloonaa fi PSG waliit fideera.
haaluma kanaan:-
Baarseloonaa – PSG
Boruushiyaa Mooncheengilaadbaach – Maanchiisteera Siitii
Laaziyoo – Baayeern Muunik
Atleetikoo Maadriid – Cheelsii
RB Leepziing – Liivar Puul
Poortoo –Juuveetuus
Seeviillaa – Borushiyaa Doortumaand
Atlaantaa – Riyaal Maadriid waliin kan morkatan ta’uu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.