Fana: At a Speed of Life!

Carraa manneen waliin jireenyaa tibbana ba’e waliin dhabuun walqabatee maqaan hoggantootaa fi hojjettoota dhimmichaan shakkamanii ifoome

Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Carraa manneen waliin jireenyaa 20/80 fi 40/60 tibbana ba’e waliin dhabuun walqabatee maqaan hoggantootaa fi hojjettoota dhimmichaan shakkamanii ifoomeera.

Haaluma kanaan:-
1ffaa, Dooktar Muluuqan Haabtuu – Hogganaa Biiroo,

2ffaa, Abrahaama Sarmoolloo- Itti aanaa Hogganaa Biiroo

3ffaa, Maabrawtuu Waldakidaan – Daayreektara,

4ffaa, Haabtaamuu Kabbadaa – Ogeessa Sooftiweerii,

5ffaa, Yeesuuf Mulaat – ogeessa Soofti weerii,

6ffaa, Geetaachoo Barrihuun -ogeessa Soofti weerii,

7ffaa Qaasiim Kadir – ogeessa Sooft weerii,

8ffaa, Sixootaaw Fizaachoow- Sooftiweerii kan gabbise,

9ffaa Baayyelinyi Irtaa – to’ataa Sooftiweerii,

10ffaa Miikiyaas Toleeraa – ogeessa Odeeffannoo manneenii fi teeknooloojii

11ffaa Kumsaa Tolaa Daayrektara Odeeffannoo manneenii fi teeknooloojii

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.