Fana: At a Speed of Life!

Carraa hojii uumuuf xiyyeeffannoon kennamuu akka qabu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Carraa hojii uumuuf xiyyeeffannoon kennamuu akka qabu Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti Koreen Dhaabbii Dhimmoota Qabeenya Humna Namaa,  Bobbii Hojii fi Teeknooloojii beeksise.

Korechi Ministeerri Hojii fi Kalaqaa carraa hojii uumuuf xiyyeeffannoo kennee hojjechuu akka qabu yaadachiiseera.

Ministeerichi giddina diinagdee Ityoophiyaaf ga’een isaa olaanaa ta’uu fi guddina barbaadamu fiduuf carraa hojii uumuun ga’ee bakka bu’ummaa hin qabne waan qabuuf raawwiin isaa haqa qabeessa taasisuun barbaachisaa ta’uu Walitti qabaan Korechaa Dooktar Nagarii Leencoon eeraniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.