Fana: At a Speed of Life!

Caffeen Wixinee Labsii Dhaabbiilee Misoomaa Mootummaa naannoo Oromiyaa mirkaneesse

Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC) – Caffeen Wixinee Labsii Dhaabbiilee Misoomaa Mootummaa naannoo Oromiyaa sagalee caalmaan mirkaneesseera.

Caffeen Oromiyaa yaa’isaa gaggeessaa jirun Wixinee Labsii Bulchiinsa Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Sagalee dhibba  4 fi 42 sagalee caalmaan mirkaneesseera.

Gammachiis Taarikuu, Daagmaawii Deeksisaa fi Afwarqi Alamuutu  gabaase.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.