Fana: At a Speed of Life!

Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 2ffaa Bitootessa 10, 2014 irraa eegalee kan geggeessu ta’uu beeksise

Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) –Caffeen Oromiyaa yaa’ii Idileesaa 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii Caffee 6ffaa Bitootessa 10,2014 irraa eegalee galma Caffeetti kan gaggeessu ta’uu beeksiseera.

Haaluma kanaan, miseensonni Caffee Oromiyaa hundi Waraqaa Eenyummeessaa Miseensa Caffee ta’uu isaanii ibsu qabatanii Bitootessa 9,2014 waaree booda sa’aatii 8:30 irraa eegalanii Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti argamuun akka gabaasan ragaan Waajjira Caffee Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.