Fana: At a Speed of Life!

Caffeen Oromiyaa baajata bara 2017 Birrii biiliyoona 285 ol ta’uun dhiyaate raggaasise

Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Wixinee labsii baajata Mootummaa naannichaa bara 2017 Birrii biliyoona 285 fi miiliyoona193 fi kuma 137 ol ta’uun dhiyaate ragaasiseera.

Baajanni labsame kun kan bara 2016’n yoo madaalame Birrii biiliyoona 63.6n caalmaa qabaachuu ibsameera.

Wixineen baajataa kun Labsii Lakkoofsa 261/2016 ta’ee hojiirra akka oolu sagalee guutuun ragga’eera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.