Fana: At a Speed of Life!

Caffeen Oromiyaa ajandaa isaa xumuuraan Muudama Koreewwan Dhaabbii Caffee sadii raggaase

Finfinnee, Adoolessa 14, 2014(FBC)- Caffeen Oromiyaa ajandaa isaa xumuuraan Muudama Koreewwan Dhaabbii Caffee sadii raggaaseera.

Haaluma kanaan:-

1) Aadde Mastaawot Fayyisaa – Dura Teessuu Koree Dhaabbii Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa

2) Obbo Gabree Urgeessoo – Dura Taa’aa Koree Dhaabbii Dhimma Bulchiinsaa, Seeraafi Qabeenya Namaa

3) Dookar Gammachuu Araarsaa – Dura Taa’aa Koree Dhaabbii Dhimma Baajataafi To’annoo Horataalee Mootummaa ta’uun muudamaniiru.

Caffeenis, muudama dhiyaate erga raggaaseen booda, sirna kakuu raawwachuu ragaan Caffee Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.