Bu’uura obbolummaa babal’isuun hariiroo Afrikaa cimsuun barbaachisaa ta’uun eerame
Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC) – Bu’uura obbolummaa babal’isuun hariiroo Afrikaa cimsuun barbaachisaa ta’uu Minister Deetaan Ministeera Maallaqaa Iyyoob Takkaallinyi ibsan.
Qopheessummaa Ministeeraa Dhimmaa Alaa fi Waajjira Ministira Muummeen sagantaan hariiroo ummataa fi obbolummaa Emabaasii Afrikaa Kibbaatti gaggeeffameera.
Waltajjicharratti Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Iyyoob Takkaalinyi, bu’uura obbolummaa babal’isuun dameewwan garaagaraan hariiroo Afrikaa cimsuun barbaachisaa ta’uu ibsaniiru.
Yaadiddama Paan Afrikaaniizimii dhaloota barsiisuun bu’uura hariiroo ta’uu akka qabu eeraniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.