Fana: At a Speed of Life!

Buunnoo Beddelleetti dhaabbiin biqiltuu baala shaayee eegale

Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)-Godina Buunnoo Beddelleetti dhaabbiin biqiltuu baala shaayee eegaluun ibsame.
Godinichaatti bara kana karoora xiiqii inisheetiivii misooma baala shaayeerratti qabameen biqilaa baala shaayee miiliyoonni 400 ol dhaabbiif qophaa’eera.
Haaluma kanaan biqilaa baala shaayee lafa hektaara kuma 30 irratti misoomsuuf karoorfameen guyyaa har’a dhaabbiin eegaluu ragaan Biiroo Qonna Oromiyaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo mara waan nu waliin taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.