Fana: At a Speed of Life!

Buufataaleen Xiyyaaraa Maqalee, Shiree, Aksumii fi Humaraa balalliif cufaa ta’uu isaanii ibsame

Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC) – Buufataaleen Xiyyaaraa Maqalee, Shiree, Aksumii fi Humaraa balalliif cufaa  ta’uu Abbaan Taayitaa Siiviil Ayiveeshinii Ityoophiyaa beeksise.

Buufataaleen kunneen balallii kamiiyyuu kan hin keessummeessine ta’uu  isaanii Abbaan taayitichaa ibseera.

Buufataaleen Kunneen guyyaa har’aa ganama sa’aatii 2:00 eegalanii tajaajila kan hin laanne ta’uu  ibsameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.