Fana: At a Speed of Life!

Buufanni Teeleeviizyiinii Naannoo Beenishaanguul Gumuz tamsaasa yaalii eegale

Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) –Buufanni Teeleeviizyiinii Naannoo Beenishaanguul Gumuz eebbifamuun ifatti tamsaasa yaalii eegaleera.

Pireezidaantiin naannoo Beenishaanguul Gumuz,Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa fi Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii mootummaa Obbo Laggasee Tulluu buufaticha eebbisuun tamsaasa yaalii eegalchiisaniiru.

Maddi:- TOI

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.