Fana: At a Speed of Life!

Buufanni raabsaa humna elektiriikaa Giincii tajaajilaaf qophii ta’e

Finfinnee Fulbaana 13, 2013(FBC)-Dhaabbata Hindi ‘Larson and Turbo’ jedhamuun kan ijaarramee buufanni raabsaa humna eleektiriikaa Giincii kiiloo vooltii 230/15 qabu tajaajilaaf qophii ta’uu ibsameera.

Hoji gaggeessan proojaktiicha obbo Daawwit Daawiit G/igzi’aabheer, buufatichi magaaloota naannoo Giinciitti argamaniif humna elektiriikaa ga’aa akka laatu himaniiru.

Buufanni raabsaa Gafarsaa hanga Geediyoonitti diriirfamaan keessaa abbaa kiiloo vooltii 230 dadabarsaa sararaa elektiriika yoo ta’uu, traanisfoormaroonni Ampiir abbaan meeggaa vooltii 50 dhaabameera.

Bara 2008 kan eegalamee proojaktichi waliigala baasii Birrii miiliyoona 67.8 ijjaaramuu ibsameera.

Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.