Fana: At a Speed of Life!

Buufanni Gogaan Ityoo – Sudaan Matammaa – Galaabaat tajaajila laachuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Buufanni Gogaan Ityoo – Sudaan Matammaa – Galaabaat guyyaa har’aa tajaajila laachuu eegaleera.

Hariiroon obbolummaa Ityoophiyaa fi Sudaan baroota dheeraa lakkoofsiise cimee akka itti fufu qaamni hundi qooda irraa eegamu ba’uu akka qabu Bulchaan Godina Lixa Goondar Obbo Biiksi Warqeen gaafataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.