Buqqaatoota magaalaa Samaraatti argaman kuma 8 oliif deeggarsi taasiifame
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Buqqaatoota naannoo Afaar magaalaa Samaraatti argaman kuma 8 oliif deeggarsi namoomaa taasiifameera.
Deeggarsicha Koreen Qaxxaamura Diimaa idil addunyaa fi Komishiniin olaanaa Godaantootaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waloon kan taasiisan ta’uu eeraniiru.
Namoota kanneeniif Qamadii, Zayitaa, Ashaboo, Misiraa fi midhaan dheedhiin deeggarsaan laatamuu ragaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishinii Olaanaa Godaantootaarraa argame ni mul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.