Bunni Itiyoophiyaa Dirre Dhawaa goolii 1 fi 0n injifate
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Buna Itiyoophiyaa tapha Piriimaayer liigii Itiyoophiyaa torbee 2ffaa har’a taphate injifate.
Tapha har’a sa’aatii 9:00 irraa eegalee gaggeeffameen Bunni Itiyoophiyaa Dirre Dhawaa goolii 1 fi 0n injifateera.
Bunni Itiyoophiyaa qabxii 6n liigicha dursaa jira.
Tapha torbee 2ffaa kanaan taphni Baankiin Daldala Itiyoophiyaa sa’aatii 12:00 irraa eegalee Hadiyyaa Hoosa’iinaa waliin taphatu ni eegama.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.