Fana: At a Speed of Life!

Bulchinsi magaalichaa naannoo Afaaritti dhaabbilee fayyaa miidhaan irra ga’eef deeggarsa meeshaalee taasise

Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Bulchinsi magaalaa Finfinnee naannoo Afaaritti dhaabbilee fayyaa garee shororkeessaa ABUTiin miidhaan irra ga’e hojii eegalchiisuuf kan oolu deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 6 olitti tilmaamamu taasise.

Deeggarsi taasifame qorichoota dabalatee meeshaalee yaala fayyaa garaagaraa ta’uu ragaan miidiyaa hawaasummaa  waajjira Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.

kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee fi hogganaa Biiroo Eegumsa Fayyaa magaalaa Finfinnee Dooktar Yohaannis Caalaa deeggarsicha  kennaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.